Riyad Abdaallah

As wr wb baga nagayaan gara channel Riyad Abdaallah dhuftaan.channel Riyad Abdallaah kana irraati kuuxbaalee Adda Addaa kan Ajaaibati fi da'awaalee ajaaibsiisoo islaama argaattan. Kanaaf kabajaamtoota keenya beekumsa fi imaana akka irraa argaatan isnii rabbiitin abdii qabna.
Kanaafuu subscribe, like fi share goodhuun maatii keenyatii dabalamaa.