Hawwisoo WBO
Hawwisoon WBO falmaa gootichi fi irreen gaachana Ummata oromoo WBO'n dandeettii fi sagalee isaatiin humna guddaa qabsoo bilisummaa Oromoo dirree Oromiyaa irratti godhamaa jiru dhageessisuu, kunuunsuu fi qooduuf kan qophaa'edha. Sirboota kanaan seenaa kumaa kitilli itti wareegame kaasuun dhaloota dadammaqsuu, falmaa WBO gochaa jiru gurra hawaasaan ga’uu dha.
Fuula kana irratti Sirboota qofa osoo hin taane; seenaa qabsaawota Oromoo, dha’annaa onnee walabummaa, iyya bilisummaa, abdii egeree ifa ta’e qabatee kan siniif dhiyaatudha.
Waliin ta'uun hafuura qabsoo Oromoo muuziqaan jiraachisuuf hundi keenya qooda qabsoon nurraa barbaaddu haa ba'annu!.
JAAL FIRRISAA OROMOO: "GEESSE" #neworomomusic
WEELLISAA BADHAASAA AHIMED: "GURRAACHA KOO!"
WEELLISAA BADHAASAA JAMAAL: "LOLA"
JAAL IRREESSOO BULAA: "SINBIRROO"
JAAL DIDAA ROORROO: "OF-DURAA BUQQISNA"
JAAL WABII SABAA: "IMLATUU KOO" #oromo #music
JAAL BILISOOMSAA SABAA: "XURREE"
ROOBAA ALIYYII: JAJJABEE JABDUU" #oromo #music #duet
JAAL IRREE LAMMII: "QUUQAMA QABNA" #oromo #oromomusic #music
JAAL BOOREE ADDUNYAA; " KUUN BIYYAAF DHABE MORMA" #neworomomusic #oromo #music
JAAL BIYYAAFAN "DURATTI": #neworomomusic #oromo #music
JAAL DAARAARAA KABBADAA: "IYYISIISI DAWWEE" #oromo #neworomomusic #music
JAAL JABEESSAA LAMMII: "HAWWII" #oromo #neworomomusic
JAAL ABBAA ROOBAA: "LAFA LAFEE SANYIIKOO" #oromo #oromomusic #music
JAAL HAWWEERAA QANAATEE: "SEENII LOLI" Hawweeraa #Sirbaa #wbo #oromo
JAAL BIQILAA WAAQOO: "BABAAROO YOOYAA!"
JAAL MO'II DIINAA: JABAAN SISSIQEE #neworomomusic #oromo #duet
JAAL HAWWII MAHAMMUD: MAAF DHIBEE?
JAAL NIMOONAA FAYYISAA: "DHIBAAYYUU DHIIGAA"
JAAL HACAALUU ROOBAA: JAJJABEE KOO #oromo #neworomomusic #duet
JAAL SURRAA GINDAABAA: "ALANA WAA JIRTI" new #oromo music
JAAL BUQQIS DIINAA"KOOTTU JAALOO"
JAAL NIMOONAA QAJEELAA DOOYYOO : "OROMIYAAF JEDHEEN"
JAAL ADAMSAA DIINAA FI JAAL DIINARAAS DASSAALEE ''KAAYYOO JAALLAN KALEE'' #neworomomusic
JAAL HAQAAFAN CICHAA: "HALEELII" #neworomomusic
JAAL ABDI DF TOLERAA :"LOLA QABNA" #neworomomusic 2025
JAAL IBIDDOO SABAA: "AKKAM YAA FINFINNEE" #neworomomusic #africa #music
JAAL FALMII SABAA: "HOOMAAN GAMTAAN TOLA"
DARAARTUU GOOBASAA "CABA KEENYA"
JAAL XIIQII DHUGAA: "INJIFANNEE GALLA. #OROMUSIC