Oro comedy😃
Welcome to hayat oro tube.
Baga nagaan gamaa hayat oro tube dhuftan
YouTube channeel kannaa irraati barnoota fi gorsaa
Halaa yeroo akkasuumaasiis qophii bashaanaannaa adda addaa
Adaa fi afaan seraa oroomo kan ittiin walbarsiifsufi irraa baraanudha
Maree kannaaffu isiiniis maatii kheenyaa ta'un yaada yoo qabataan
Garaa social media kannaati yaada kheessan nuufi qooduu dandeessan galatooma
Youtube : hayat oro tube link 👉https://www.youtube.com/channel/UC8gHSFQ1kckBqZI7u2r1oiA
👉 https://www.youtube.com/@hayatorotube8553
👉 https://www.youtube.com/channel/hayatorotube
Facebook : Hayat oro tube
Tiktiko : Hayat oro tube33
Tooraa kanaani nuu hordooffuu dandeessan galatooma.
thanks so much 🙏
Rachee fi ibsaa dhukkee wal irraa kaaftee
Ibsa fi rachee adabbi irraati wal fixxee
U.awel Kasim maasii ykn aishaafi dhamsaa addaa
Kadir fi nafi mashaa'allaah waliin umrii dheertuu
Jaalalaa kheessati dhiraa mo dubaartii irraa hinaaffa abduse fi caaltuu
Dubbiin viza gubaacha biftuu dhumni akkas tae
Gurbaan osoo viza hin gubne itti hime jedha isheen naattii hin himne uuuuuu
Jaarrii fizaa biftuu jalaa gubee bolee deebiise akkas jedha
Rakkiin sadarkaa hin tanee nama gaha garuu soban akkas nama burjajeessun
Mucaa libiyati na qaban hidha jira jedhu akka sobu makii irraa geette safuu
Hawiin aslii dubai affeerte baasii ofiitiin sargii kiar irraati
Fatii fi intaala bareeddu wahii argaate
Masii bareedduko irraa si ha tursiisu walumaan gifti ko oduu nama bakka hin keniin
Masii fi Ken akkam Das nama jedhu rabbiin irraa gadii nuu ha dhabu gorsaa masiifi
Cidhaa kiar irraati aslii fi Sadam abbaa kolfaa waan jedhaan
Masiin islamuumaa lubbuu kootiifi fudhee na dhiisa jeetten
Makiin ibsaa qororimaa tiyya jedhi iyyii jeetten kkk
Makii fi asuun waltii butee sababa addabi qara wal nyaachiisu
Makii hinnaaffa lafa fuudhe kolfaan nu fixxe ijoollee tun🤣
Ibsaan mucaa kanaa wahee jaarsaa fi jaartii jannaata kheessati
Ibsaa fi makii jaarsaa jaartii dunyaa qofa osoo hin tanee tan akhiras barbaanna nuus akkasuumaa
Abu muaz fi haydera mestis destiis hin qabu jedhe kolfaan mucuqii
Fajriin ibsaa mirqansite eee gudii eessa jirta makiiko
Makii arrabsa ture amma sammuun qabane dhifaama gafaate gurbaan tokko
Haadha abbaas hin qabu gadii na dhaba jeette boohaa jirti fatiyan uuffff
Fraol fi master abinet uuufff galaata guddaa qabduu dhugaa rabbii ulfaadha
Uuuff harmee tenyaa birr mil 4n guutaame jedhaan yo itti himaan gammaachuu ishee uuuff ammas rabbin
Firaol harmee kalee dhukkubsaatufi kumaa 300 uuuffff
Master abinet& maki oro Gargarsaa harmee tenyaa kale lachu dhukkubsatu mil 4 gafataamte
Nàfi ilmo argaachuu oroomo nu sobdii namni nuufi gammade tokkoo hin jiru jeetti