Faaruu Tube

Wel come to channel Subscribe naf godha faarfannaa durii argaatu

Ayyaanni koo si ga’a
humni koo dadhabaa
keessaan akeeka isaa
In raawwata naan jedhe
Humni kristos ana bira
Akka buufatuuf dadhabaa
Ta’uu kootiin hundumaa
Irra caalchisee
gammachuudhan of nan jaja.
2Qor 12:9📖