Faarfanna Afaan Oromoo

Chanaliin Kun nama gara waaqayyotti dhiyyessun mootumma waaqaaf akka kaadhimaman Gochuuf karaa faarfanna,karaa lallabaa fi karaa dhugaa baatii gara garaa kan isin tajaajiludha. Nu jajjabessufis ta^e nu bukke dhaabachuuf nu qunnamuu dandeessu.

Through songs, preaching, and testimonies, this channel is dedicated to leading people to God and preparing them to enter the heavenly kingdom. You can get in touch with us to support or encourage us.

Support our channel ,we Don't run ad.