Goduu Galataa

Kun Channel Faaruu Kirstaanaa Irratti Maxxanfamuudha.
SUBSCRIBE godhaa. Eebbifamaa

HoE. 16
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁵ Gara halkan walakkaatti Phaawulosii fi Siilaas Waaqayyoon kadhatanii faarfatan; warri hidhaman immoo isaan in dhaggeeffatu turan.
²⁶ Dingatas hamma hundeen manicha hidhaa raafamutti socho'i lafaa guddaan ta'e; achumaan balbaloonni manicha hidhaa hundinuu banamanii, hidhaan warra hidhamanii hundinuus in hiikaman.