WAAMICHA QUBEE 2
𝐁𝐚𝐠𝐚 𝐧𝐚𝐠𝐚𝐚𝐧 𝐠𝐚𝐫𝐚 𝐜𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐡𝐮𝐟𝐭𝐚𝐧. 𝐀𝐤𝐤𝐮𝐦𝐚 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐚𝐦𝐮 𝐧𝐚𝐦𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐛𝐚𝐚𝐲'𝐞𝐞𝐧 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐛𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐬𝐬𝐢𝐧𝐮, 𝐪𝐢𝐱𝐚 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐢𝐧 𝐪𝐮𝐛𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮𝐮𝐧 𝐛𝐚𝐚𝐲'𝐞𝐞 𝐧𝐮 𝐫𝐚𝐤𝐤𝐢𝐬𝐚. 𝐊𝐮𝐧 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐡𝐚𝐚𝐥𝐚𝐦𝐧𝐞𝐞𝐝𝐡𝐚. 𝐆𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐨𝐟𝐢𝐢 𝐪𝐢𝐱𝐚 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐢𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮𝐮 𝐝𝐡𝐚𝐛𝐮𝐮𝐧 𝐛𝐚𝐚𝐲'𝐞𝐞 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐪𝐚𝐚𝐧𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚. 𝐐𝐚𝐧𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮𝐮 𝐛𝐢𝐫𝐚 𝐝𝐚𝐫𝐛𝐞𝐞, 𝐞𝐫𝐠𝐚𝐚 𝐨𝐟𝐢𝐢 𝐪𝐢𝐱𝐚 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐢𝐧 𝐝𝐚𝐛𝐚𝐫𝐟𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟𝐢𝐬 𝐝𝐚𝐧𝐪𝐚𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐭𝐚'𝐚. 𝐆𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐟𝐮𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐟𝐢𝐥𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐧𝐞 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚.
𝐖𝐀𝐀𝐌𝐈𝐂𝐇𝐈 𝐐𝐔𝐁𝐄𝐄 𝐞𝐫𝐠𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐪𝐚𝐛𝐚. 𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐦𝐚𝐧𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐮𝐦𝐬𝐚𝐚 𝐨𝐬𝐨𝐨 𝐡𝐢𝐧 𝐬𝐞𝐞𝐧𝐢𝐢𝐧 𝐜𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐝𝐡𝐚𝐛𝐝𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐪𝐮𝐛𝐞𝐞 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐡𝐢𝐧 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐧𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐞𝐞𝐠𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐡𝐚𝐧𝐠𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐫𝐚𝐤𝐤𝐢𝐧𝐚 𝐬𝐞𝐞𝐫-𝐥𝐮𝐠𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐚𝐧 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚𝐚𝐟, 𝐛𝐚𝐫𝐮𝐦𝐬𝐚 𝐰𝐚𝐥𝐝𝐮𝐫𝐚𝐚 𝐝𝐮𝐮𝐛𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐝𝐡𝐮𝐟𝐞𝐞𝐫𝐚. 𝐊𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐤𝐨𝐨𝐭𝐭𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐡𝐚𝐚𝐦𝐬𝐚 𝐖𝐀𝐀𝐌𝐈𝐂𝐇𝐀 𝐐𝐔𝐁𝐄𝐄𝐭𝐢.
𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐟𝐞𝐝𝐡𝐚𝐧 𝐧𝐮𝐮𝐟 𝐚𝐟𝐟𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚. 𝐊𝐚𝐫𝐚𝐚 '𝐙𝐨𝐨𝐦' '𝐋𝐢𝐯𝐞'𝐝𝐡𝐚𝐚, 𝐠𝐚𝐫𝐞𝐞 𝐭𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦 𝐟𝐢 𝐟𝐮𝐮𝐥𝐚 𝐅𝐁 𝐖𝐀𝐀𝐌𝐈𝐂𝐇𝐀 𝐐𝐔𝐁𝐄𝐄
𝐖𝐀𝐋𝐈𝐈𝐍 𝐓𝐀𝐀𝐍𝐄𝐄 𝐀𝐅𝐀𝐀𝐍 𝐊𝐄𝐄𝐍𝐘𝐀 𝐇𝐀𝐀 𝐆𝐔𝐃𝐃𝐈𝐅𝐀𝐍𝐍𝐔!
𝐘𝐨𝐨 𝐢𝐬𝐢𝐧 𝐠𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐞𝐞𝐟 𝐜𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 #𝐒𝐔𝐁𝐒𝐂𝐑𝐈𝐁𝐄. #𝐋𝐈𝐊𝐄 𝐠𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐡𝐚𝐚𝐦𝐢𝐥𝐞𝐞 𝐧𝐮𝐮𝐟 𝐭𝐚'𝐚𝐚!
𝐆𝐚𝐥𝐚𝐭𝐨𝐨𝐦𝐚𝐚!
DV LOTTERY bara 2024 galmeen jalqabeera!
Kanaan booda namni tokkoyyuu password WiFi keessani hatee isin hin rakkisu.
Ijji keessan akka hin miidhamne ni barbaadduu?
Qubee Afaan Oromoo dogoggora tokko malee keyboard mobaayila keessanirra barreessuu ni barbaaddu?
Bilbila pattern ykn password isaa dagatame haaluma salphaan irraa balleessuuf aappii kana fayyadamaa
Aappii message delete kamiiyyuu isiniif deebisuu ykn isinitti agarsiisu
Kanaan booda qubee Afaan Oromoo qixa sirriin qubeessun eenyuyyuu hin rakkisu.
Aappii kana bilbila keetirraa hin qabdu taanan mobaayila Kee ana qofatu itti fayyadama hin jedhin.
Waan haaraa google hojjete kana bilbila keetirraa hin qabdu yoo ta'e Facebook fi kee hatamuu isaati.
Aappii mataa keessanii ofii keessanii uummachuu ni barbaaddu?
Sabni Oromoo hundi baga gammanne, baga gammaddan.
KUNIS JIRAA! AJAB!!!!! Gaalarii keenya sagalee ykn fuula keenyan cufuun akka danda'amu beektuu?
Maaltu bilbila keenya guutee akka saffisaan hin hojjenne taasisa?
Kanaan booda bilbilli kee tasuma sijalaa hin badu.
Suuraan fi viidiyoo keessan akka yoomiyyuu isin jalaa hin banne ni barbaadduu?
Suuraa haala ajaa'ibaan bareechitanii hojjechuuf aappii kana fayyadamaa! liinkiif description ilaala
Maallaqa gara Itoophiyaa erguu keessaniin dura waan beekuu qabdan! Swift code, postal code
Suuraa fi Viidiyoo delete isin jalaa ta'e deebifachuuf aappii kana fayyadamaa!
Bilbilli keenya yoo xalafamee jira ta'e akkamitti beekna?
Bilbila keenyaa waan biraaf fayyadamaa iskiriinii bilbila keenyarratti viidiyoo ilaaluf app kana📥
Abbaan MEME AWARD moo'ate har'a ifoome.
Dookumentii keessan qulqullina olaanaadhaan iskaan gochuuf appi kana fayyadamaa! 👇👇Check description
Birrii 16.40 qofaan sa'aatii 24 guutuu tiktok,youtube, facebook, telegram fi kan biroo fayyadamaa!!!
ODUU GAMMACHIISAA! Badhaasa BBC Award kanatti hirmaadha!! Isin hin darbin.
Koottaa gaaffii 10 deebisuun qarshii 1000 badhaafamaa!!!
Afaan Oromoo akkamitti qixa sirriin qubeessuu dandeenya? KUTAA 38ffaa
Eenyutu Qubee Afaan Oromoof 'GAARDII' Dhaabbachuu qaba?
Garee Faarfattoota Gimbii
Afaan Oromoof maaliif xiyyeeffannoon kennamuu dide?