UMMU AJAB
Well come to UMM AJAB UT youtube channel
Baga Nagahan Gara YouTube channel ko dhuftan Subscribe sher like fi Comenti naaf barreessun Najajjabessa.dogongora ko irra NaSirreessa.Hamile keessan barbada
#wontota Fayya qaama kenyatif oolan akkasuma Dibata rifensa fi Miidhaginaf Oolan Waan jalalaf isin fayyadu qaba.
#Tahadiidha_!?yaalidha!! Riyala 100 wol qabsifne😒guba akkana arge hin beeku....
Vlog part 1😋Hardha jaratiyya Araba bira heda kootta me wa isinitti hima🥰
Jirra jirtu..#cream_Zahfaran saudi manxiqa hunda nin erga
"Jenne!ofjabesina"🥹Ajabon tiyya Mana barumsa seente Yeron hinta'u😢ilamaan tennatti rabbin nuhagalchu
Kessummuma mana nama dhaqe Prank Ajaa'ibattu raawa'atame🤣tu yo akkikun prank tahe
Kootta waan irra jiru isinif qooda....As gahe 1 jedhan 2 jedhu....
#cream_kalxa zahafaran #_saudi_Madina_Makka_Jidda_Riyad erge lakk. 0097474029279
Dawa madiyati qatar🇶🇦Saudi🇸🇦madinaf Jidda Riyaad crem kalxa zahafaran ergera itti
#samri_fani fi #Gigikiyya irratti yadako.J.kessanif jettani worrakessan hin gatina.guyya rakkotif
Jirtu my famly Kontirataf hoji Free fiza garagarummasa
Dawa kintaroti manumattii qopheffachu ni dandessu.
My fmly isin yaademi.🥹Kootta zayita rifensa dheressu akkatti dalage isinif hima😍
Hoji eegalle kinu....😩waatu madaami madaami natti dhahara🥱
😅keeyrin takka takka sharri uffatte dhufti Alhamdulillah
Arabni tun ufi namuma?😅oso fedhikotinTa'u bate sila salphina.oso isan watokko hin jedhin bira deema🙄
Jarri Araba deemi nan jette🥹Akkatti natti dhagahame hin beeku😭
Cremi kalxa zahafran..fiodeffannowwan dawaale
Namichi siimi irra fudhe na kassase na hisise
Jirtu my famley ....koottame
Kino wollah.💪🏻qaaman dhaqe siim card ko fudheera😋Yoo ani goota isinin jedhu Raga wolini bara.
#Namichon Siim card tiyya baafate Qaaman koottu fudhu jedhe🙆🏻
#Eeed_mubarek...baga irra haftanille
Jirtu🤚🏻 comenti kessan laale☺ Maltu akka daddafe isin furdisu isinif himu dhufe
😒Fatiya fi Haadha faaxe irra yaadako🙋🏻♀️isin najajjanif jedhe mitti kan dubbadhu yaada mata kotiti😲
Uffata Kargo gochun Fayda mo kisara qaba? Ani Biteti miti isin hin bitina kan bittan hin gatina.
Tola oltumman garin nama shakkisifti😅Mesha kiyya kan Kargo sirresainu male nan jette
Oso mana ijarre galla jennu.😩wanti hedddun nu dabra jira..yoorabbii hin feene hin ijartu.26 May 2025
Roozan Argamte .Baga gammaddan🥰😍
Auzubillah kijiba kessan🙆🏻Kootta naaf jettani isa comentin kijibdan san dubbifname🤣21 May 2025
Jirtu my fmly..😔Kijiba ji'a tokkof itti qophaye akkati milkaye😁lammata hin sobu.