Ibsaa Media
As-Salaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh!
Obboleewwan kiyya jaalattoota haqaa, baga nagaan gara Ibsa Media dhuftan!
Maqaa kiyyaan chaanaalota hedduun karaa sobaatiin banamanii jiru. Garuu isin ulfaadhaa — gara chaanaalii dhugaa fi amanamaa dhufuu keessaniif baga gammaddan!
Yoo fedha Rabbii ta’e, chaanalii tana irratti:
• Islaamummaa ifa ta’e isin barsiifna
• Seenaa addunyaa keessatti barnoota irraa fudhatamu isin daawwachiifna
• Yaada dogoggoraa fi amala badaa sirreessuun isin deeggarra
• Dammaqina qalbii fi ijaarsa yaadaa isiniif qoodna.
• Hayyoota dhugaa dubbisuun haqa isin hubachiisna
Kanaafuu… Chaanala kana Subscribe, Like fi Share gochuun, da’awaa Rabbii keessatti harka qabaadhaa.
Galatoomaa!
Jechi Sillaasee Jedhu Maaliif Macaafa Kiristaanaa Keessa Hin Jirre ?!
Simannaa Abdii Raggaasaa Sa'uud Arabiyaa Makkatal Mukarramaatti Gaggeeffame
Masjidni Jalqaba Ijaarame Isa Kami?
Sahaabotni 70 Maaliif Eddoo Kanatti Awwalaman !? Deebii Wajjiin
Gaarri Kuni Gaarreen Addunyaa Irraa Adda,Maaliif ?
Ani Hin Fuudhu…
Barattootni Maaliif Kufu? Sababaa Fi Furmaata
SAGANTAA BADHAASA KONKOLAATAA USTAZ XALIBU RIDALLAH
BADHAASA KONKOLAATAA USTAAZ XAALIBU ||
|| Nabi Muhammad Maaliif Biyya Arabaa Irraan Ergaman ? ||
CIDHA BIRRII LAMAA || Seenaa Fakkeenya Jiruu || Ibsaa Hasan
Seenaa Hin Irraanfatamne!
Abjuun Nama Sodaachisu Maalirraa Dhufa? Akkamitti Ofirraa Ittisna ?! Furmaata Isaa…
“Qalbii Dhukkubsatte…Mallattoon Isii Kunooti…”
Wantoota Ilmaan Kee Ittiin Jallatan Kanneeni
Nama Sababaa Fi Galata Malee Si Jaalatu Kanaan Beekta!
Zikrii fi Biqiltuu Jannataa
SH. Jamaal Aliyyii – Nama 3f Badhaasa Seenaa Gurguddaa Kennan!! ✨
Sarara Diimaa 3 Eeggadhu!
Hordoftoota Tiktok Miliyoona Gahuu Kiyyaaf Ergaa Qaba !!
Gaara Makkaa Irraa Hanga Madiinaatti
Turrus Kunooti | Takbiiraa Iidaa ||
Nashiidaa Iidaa Haaraya || Awwii Khadiir Galatuu|| Baga Geessan ||
Iccitii Guyyaa Arafaa || Guyyaa RABBIIN Guyyaan Gara Samii Gadi Bu’u||
Eenyummaa Namaa Hatuu Islaamummaan Akkamitti Laala?
Kurnan Zul-Hijjaa. Guyyoota Ramadaana Caalu
HALKAN SEENAA || Seenaa Imaamu Muslim ||
HALKAN SEENAA || Khaalid Bin Al-Waliid ||
FAANA SEENAA|| Kut. 6ffaa || Mana Khadiijaa,Mana Ilmaan Rasuulaa ﷺ itti dhalatan !!
FAANA SEENAA || Kut. 5ffaa|| Seenaa Dhiigaan Bu’uure ||