BBC News Afaan Oromoo
Yooyyaa! Baga nagaan gara chaanaalii YouTube BBC Afaan Oromootti dhuftan.
Kun imala addaa nuti isin waliin eegalledha. Chaanaalii kanaan waan Itoophiyaa, Afrikaafi addunyaa keessatti ta’an ijoo; jireenya keessan keessatti dhiibbaa qaban, jireenya keessan fooyyessan, akkasumas beekumsa keessan guddisuu danda'an; bifa viidiyoon, af-gaaffii, dokumantarii gaggabaaboo ta'an; haaluma ulaagaa BBC'tti amanamummaa, iftoominaafi loogii malee isiniif dhiyeessina. Maaloo koottaa seenaa jireenya keessan nuuf qoodaa. Yaada keessaniis nuuf barreessaa. Akkasumas karaa marsariitii BBC News Afaan Oromoo, Facebook fi WhatsApp keenyaatiin geessituu armaan gadii cuqaasuun ammoo caalaatti nu argachuu dandeessu.
Dargaggeessa Itoophiyaa jireenya karaa gubbaa irra ka'ee UN'tti bakka bu'aa biyyoota hedduu ta'e
Lola Itoophiyaatti dagatamee jireenya dubartootaa balleessaa jiru | BBC News Afaan Oromoo
Magaalaa giddugala diinagdee bishaan liqimsaa jiru | BBC News Afaan Oromoo
Magaalaan meeshaan bade hundi abbaatti deebi’u kun eenyu? | BBC News Afaan Oromoo
Pirof. Mararaan waamicha MM Abiy hafanii Obbo Shimallis waliin maal mari'atu?
Gulaalliin Waancaa Addunyaa 2026 seenaa haaraa hedduu galmeesse | BBC News Afaan Oromoo
Gosa ilma namaa namni kaan bira gahuun dhorkaa ta'e beektuu? | BBC News Afaan Oromoo
Masriin Jibuutii seenuun Itoophiyaaf maal jechuudha? | BBC News Afaan Oromoo
Ilmi Mootii Sa'udi Arabiyaa, Mohaammad Bin Salmaan (MBS), akkamiin aangoo kore?
Itoophiyaaf konkolaataa elektirikiimoo boba’aatu barbaachisa? | BBC News Afaan Oromoo
Siidaan seexanaa kun hiikni isaa maali, maaliif falmii kaase? | BBC News Afaan Oromoo
Cirrachi maaliif hanga kana sadarkaa addunyaatti barbaadamaa ta’e? | BBC News Afaan Oromoo
Jaarraa Abbaa Gadaa qabsoo hidhannoo ABO keessatti akkamiin yaadatamu? | BBC News Afaan Oromoo
Столкновение «Сити» и «Ливерпуля» указывает на борьбу «Арсенала» за чемпионство | BBC News - 1 се...
'Haleellaa dirooniin Tigraayitti buufata waraanaa rukute' maal beekna? | BBC News Afaan Oromoo
Seenaa barcumni aadaa Oromoo Jimmaa waliin qabu | BBC News Afaan Oromoo
Кризис между Эфиопией и Эритреей: поход Исайи на Египет продолжается | BBC News - 1 сентября 2014 г.
Что президент Эритреи обсуждал в Египте по поводу Эфиопии? | BBC News - 1 сентября 2014 г.
Ajajaa olaanaa waraana Itoophiyaa waa'ee TPLF kan dubbatan | BBC News Afaan Oromoo
Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa waa'ee TPLF maal jedhan? | BBC News Afaan Oromoo
Obboleessa Jaarraa Abbaa Gadaa biyyaa baqatee amma namoota beekamoo Ameerikaa wal'aanu
Namni akka 'maleekaatti' ilaalamu akkamiin baqattootatti 'seexana' ta’e? | BBC News Afaan Oromoo
'Macaafni Qulqulluu kan sagadaa malee kan nagadaa ta'uu hin qabu' | BBC News Afaan Oromoo
Знаете ли вы, что алгоритмы были изобретены 900 лет назад исламским ученым?
MM Abiy waraanni Wallaggatti gaggeeffame kan Tigraayi caala jechuun maal fura?
Haati ilmi hidhattoota Faannoon jalaa ajjeeffamee isheen butamte akkamiin lubbuun baate?
«Мы — наши злейшие враги, и именно мы спасаем себя» — история Джимджимо | BBC News — 1 сентября 2...
Dawaa kaansarii argachuuf hawaa keessatti sochiin taasifamaa jira | BBC News Afaan Oromoo
Irreechi Keeniyaatti Dabbasaa Guyyoo waliin bade akkamiin deebi'e?
Arsenaal Pirimeer Liigii injifachuuf carraan qabu hangami? | BBC News Afaan Oromoo