Bedada Debela
Badhon hardha adama,asalaa,shaahamane,finfinee dhimma tokko male demu male jedhe namnii dhogee
Badhoon essaa ole jetanii yadu mee inii Garu bakka woyyii olee
Badhoon oluma jedhetto magala qarsa keessa dema ole walen bayyee itti Arte jirti
Walen mana kira humna ol natti gotte maal na woyyaa kaa
Badhoon mana kirefatte ajja'iiba fiddee walee salphise
Walen gidduman miidhan na nyachisete anii garu kufen bira dhaqee
Walen nyaata naaf kenitte bishaan harkaa na dhowatte
Badhon keessan gafi walen gafate debissse jira dhageefadha irraa baradha
Walen wan na fidde dhufte dhufte natti gabitte jirti
Walen ergaa galtee waan ishii mudate keessatuu woraa biyyaa ormaa jirtanif
Walen nagaadhaan nuuf galtee jirtii galataa waqaa