Shashe Tube
kabajamtootaaf hoordoftoota keenya shashe tube chanala keessani yaada akkasum qeeqaawwan adda addaa yoo qabaattan ibsachuu ni dandeessu yeroo barbaadanitti ni qunnama galatoomaa
🛑😭😭huccuu nuti miicannee afanneti sihirii itti godhe hajjiin yeroo inni itti godhu namni arge kunoo😭
🛑😭😭innaalilla hajjiin dhokatee osoo huccuu caaltuun miiccee alatti aftetti qoricha godhu qabame 😭😭
🛑😭😭sababa koo yoo tahe an isin biraa deemaa isin wolitti deebaa nagaan jiraadhaa😭😭
🛑😭😭sababa hiriyyoota koo bultiin koo na jalaa diigamte na fakkaatanii na diigan 😭😭
🛑😭caaltuun rifannootaan dhukkubsattee mana yaalaa seente😭
🛑😭😭waan akka jaarsa namaa jaaladhu hin qabu jette zabana akkam keessa jirra yaa shamaran keenya😭
🛑😭😭innaalillah faayoon hajjii osoo inni dubartii manatti galfatee wol keeysa jiran woliin qabde 😭😭
🛑😭😭caaltuu wojjiin jiraachuu irra hajjii badaa sanitti deebee isa woliin jiraachuu naaf woyya 😭
🛑😭😭jaalattee osoo hin taane dirqiin qabee gara manaa si galcha na jaalate nati heerumtee kootuu gali
🛑😭😭akkaanis akka maleenis mucayyoo koo nan fudha yeroo xiqqoo booda na eegaa 😭😭
🛑😭😭hajjiin akka an mana caaltuu jiru argee sababa saniif mucayyoo caaltuu jalaa fuudhuuf deema😭😭
🛑😭😭bakka ati jirtutti dhufee lubbuu sikeessaa baasamoo nagaan manatti deebita sanuu caaltuu biramoo😭
🛑😭😭 caaltuun saamamte an garuu akka isiin taate hin tahu bira deemee waan itti jirtu laalee dhufe😭😭
🛑😭😭faayoon hajjiin tumee jennaan manaa baddee hajjiin barbaadee ammas tumee manatti galche 😭😭😭
🛑😭😭akkamitti iccitii tiyaa caaltutti himta jedhe na ajjeesutti jira hajjiin akkam taha yaa ummata😭😭😭
🛑😭😭musxafan yoo dhiira tahe namittii tana hiikuu qaba osoo hajjii woliin raftu wolirratti qabe safuu
🛑😭😭ana manaa suuqa deemi naan jedhee daraartuu manati yaamatee woliirratti qabe hajjiif daraartuu😭😭😭
🛑😭😭kiraa manaa wol qixxetti baafnee kafalla naan jedhe ayiii rabbii koo akkam taha an amma😭😭
🛑😭😭innaalillah faayoon ulfoofte hajjiin of ajjeesuuf deema kiyyaa miti jedhee😭😭
🛑😭Eee salphina guddaa hajjiin daraartuu qaama isii qullaa gadi lakkise icciitii addaa gadi yaase😭😭😭😭
🛑😭hajjiin caaltuu manaa baasna jedhee na wojjiin beenu jennaan lakki jedheenii biraa hafe 😭😭
🛑😭caaltuu manaa baasee mana sanatti galuu qaba jedhe hajjiin maaliif isii cinquun barbaachise😭
🛑🤣hajjiin baanaan sodaatee fiigichaan biyya gale lubbuu akkanaa baadhattee deemtaa malaaxaa🙄
🛑😭waan dhagahuuf nama gaddisiisu kana hundaaf sababni said nagaati😭😭
🛑😭erga isaan hajjii baasuu didanii anis mucayyoo caaltuu jalaa fuudhee isaan agarsiisa maal fidu 😭
🛑😭😭faayoon hajjii baasuuf nama isa tumaa jiru lakkoofsa isaa argattee dawwaltee woliigaltee baasuuf😭
🛑😭😭 daraartuu bakka ishiin dhukkubsattee ciistutti faayoon tumtee bakka hajjiin jiru himsiifte😭😭
🛑😭😭saidoo bira deemee dhiifama gaafadhe akka hajjii gadi dhisuf inni waan safuu cabsu naan jedhe😭😭😭
🛑😭😭😭an homaa waan dubbadhus hin qabu guyyaan wolitti nu haa fidu yaa ilmaan saree😭😭😭
🛑😭😭hajjii akkana gootanii isinillee lubbuun inuma hin jiraanne biyya tana keessa said woliif teenya😭