Fayyoo Jaalalaa
You tube keenya subscribe like nuuf gochuun nu jajjabeessa. Nu deeggaraa please
Fayyoon Jiraa Garaa Gubuuf Dhiira Bira Deemtee Wajjin Fataa Jette
Jiraan Akkatti Na Gubee Fuudhee Hin Jiraatu Isa Galaafadheen Harkakoo Mootummaatti Kennadha
Jiraan Uffata Isaa Sassabatee Deeme Fayyoo Tumee Maraate
Fayyoon Jiraa Mana Keessaa Naaf Bahi Jettee Iddoo Manaa Dhaqxe
Wayine Jiraan Maraate Sin Caccabsa Eessayyuu Hin Deemtu Ijoollee Dhiistee Jedhe
Fayyoon Murteeffattee Deemaa Jirti Ijoollee Ishee Gattee Jiraanis Didee Deemeera
😂🙏Uuffee Nan Gammadde Cubbuu Imimmaankoo Baga Nyaatamte Maallaqa Sana Hunda Kassartuu
🙏❤️🩹Jiraan Manatti Deebi'e Garuu Ammas Rakkoo Guddaan Uumamee Fayyoon Sin Barbaadu Jedhe
Fayyoon Maraattee Jiraa Barbaacha Bakka Hojii Isaa Deemte Wallagga Dhaquu Isaa Adda Baafatte
Wayyoo Sareen Fayyoo Nyaatte Jiraaf Niitiinsaa Wallagga Wajjin Deeman Fayyoon Maraatte
😭Jiraan Boo'ee Akka Ati Yaaddu Miti Hunduu Jedhee Waan Hundaa Fayyootti Hime
🫢Jiraan Fayyoo Bira Dhufe Waan Hundaa Dhugaa Jiru Itti Hime
Fayyoon Kutatte Garaa Ijoollee Bakka Jiraan Jirutti Geessitee Gatte Ani Qofaan Maa Rakkadha
Fayyoon Jiraa Qabsiiste Harmeen Ishee Akkamitti Fuudha Utuu Sin Hiikiin Jedhan
😭Fayyoon Barakinaa Dhugde Jiraaf Niitiisaa Mana Keessatti Yeroo aargitu
Jiraan Dhuguma Fuudhe Kunoo Garaa Kutadhu Naan Jedhe Dhufee😭
Fayyoon Obsa Dhabdee Jiraa Bakka Inni Jiru Deemte Barbaacha
💔😭Utuun Lubbuun Jiruu Hin Jiraattu Jiraa Wajjin Onneekoo Cabsitee Sin Dhiisu Sin
😭Jiraan Fayyoo Maraache Diqaalaa Kee Wajjin Jiraadhu Ani Jireenya Haaraan Eegala Jedhee
Meetiikoo Kunoo Akkatti Gammadde Waadaan Galeef Anis
Har'a Baay'een Gammadde Meetiikoo Of Biratti Deeffadheeran Jiraa Wajjiin Wal Hiikuun Murtaa'eraa
Jiraan Mucaan Fayyoo Qoricha Dhugdee Duut** Nan Galchu Jedhe Gara Jabeenya Hamaa
😭Fayoon Mucaashee Galaafatte Qoricha Dhugd** Biyyaas Hin Jiraadhu Jettee
Fayyoo Haalli Hunduu Itti Cimee Dhukkubeera Cubbuu Mucaa Isheef Gaabbii
Jiraaf Fayyoon Wal Fixan Fayyoon Obsa Fixattee
😭Jiraan Hin Soba Fayyoo Haaloo Bahuuf Malee Dhugima Dhiifama Godhee Araaramuuf Mitii
🎉Congratulations Fayyoo,Jiraan Dhiifama Godheefii Mana Isaatti Deebi'e Araaraman
Yaaddoo Guddaa Natti Ta'e Araaramuunkoof Jiraa Akka Duraa Hin Ta'u Jiraan Jedhan
❤️Xumuranne Jiraaf Fayyoon Waliif Galan Isan Dhumaa
Jiraaf Fayyoo Araarsuuf Jaarsummaa Taa'anii Meetiin Akka Galtu Murteessan