Biftu Entertainment

Jaalattootaa fi dinqisiifattoota Aarti Oromoo hundaaf, "channel youtube" kanarratti hojiwwan babbareedoo Aadaa fi duudhaa oromoo ibsuu, guddisuu fi fuuldurratti tarkaanfachiisuu danda'an isaanis kan akka Sirbootaa Aadaa fi Ammayyaa, taphoota gaggabaaboo,walaloo fi diraamaa ,fiilmii gaggabaaboo bashannansiisoo fi barsiisoo ta’an video"quality"eeggatee warraabbame qulqullinaan isin biraan geenya. Maarree isinis "channelii YouTube keenya #BiiftuuEntertainment #subscribe gochuun maatii keenya ta'aa.
Horaa Bulaa !
Galatoomaa!