Gannat Shumani
Bagaa nagaadhan garaa You Tube kiyaa dhuftaan❤💐🙌
R/ Daani'el 6:16.......25
Daani'l boolla leencotaa keessa buufamuu isaa
Waaqayyoo ooluu isa oolchaakoo yesus Ameen!
W/ Yohaanis 8:12
Ani ifa biyya Lafaati. Ameen!
#Dont forget to subscribe my channel🙏
Galata kee waqayyo ko ati gudadha ganani ke danga hin qabu ulfadhu abbako🙏❤️❤️🔥 galatoma qaliwanko
Baga yaddaano gooftaa kenyatta du'e du'a isatin isin gahe💝💘💌
kaleessa Koo yooni yaadadhu har'aa dhabadhee🔥😢😢😢😢😢😢
Qophii ramadana kana fakkkaata baga geesaan obbolewwaan musilimaa hundii somana gaari isinif ha ta'u
Abdiikoo yeroo hundumaa amananaa koo jireenya
jireenyi biyyaa lafa qorumsa baay'ee qaba garuu obsaan dabarsun in caalaa.
16 December 2023
Hin geenye hin geenye ammaayyuu@……
mali fetee jaalaleko mali fetaa?………
baga bara 2016 nagaan geessa bara ulfina bara jaalala bara tokkumaa nufii ha ta'u Ameen!
birmataa hiyyeesotaa gargaraan akkaa kee jira ree??????
mafaan Arifadhaa Jarjaruunkoo Mali yeroon Kee Nigaha Haraasi Ta'e Borii Dubatee Hin Dhustu Ni Dhufa
jeelaqanif dhumni gooftaa siuma#@
koota mee garaa waaqayyooti debina፣…
16 July 2023
wolaloo kaanati Eebbifamaa
jelqabakofi dhumni ko sima gooftaa koo in biyya lafa gaarii fakkate hamati nama gessa hundufugaltake
4 April 2023
Nitti Araraamii ማርን
Sifi fiddee dhufeera galata ulfadhuu gooftaakoo
Haa qabanu Jaalalaa😭😭
Fayyisa fonnifi lubbuu namin yesusin abdii qaba homa dhabu dawwaa yesus hundumafi dawwaa👏👏🙏📚📚📚🎶🎶
keessa nama tasgabii dhabe😭😭😭😭
Nuu birmadhu😭😭😭😭yaa gooftaakoo uuuuuuffffeeeeeee lammiikoo😢😢😢😢
Bollaa qilee keessa bama baftaa oli futee karaa gubbaa dhabdaa ulfadhu gooftaakoo👏👏🎷🎷🎺🎺
Jajjabeessaa Saba koo🎶🎷 🌻🌻🌻🌻Baga bara hara geessan bara milkii bara gammachuu isiniif haa ta'uu 🌼🌼🌹🌹