Urjii Creativity

Baga nagaan gara Youtube kootii dhuftan. Channel koo kana jalatti tutorial baay'ee Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraan sin fayyadu baay'ee argattu. Kanaafuu subscribe gootanii akka na hordoftan kabajaanan sin gaaffadha. Akkasumas video koo like, share gochuun na cina dhaabadhaa siniin jedha.