AMIINA SHOW
Imala kee jalqabdee
Gaafa eegaltu karaa
Obsaan qaxxaamuri
Bu'aa bahii maraa
Rakkoon si gaadi’ee
Sitti ta’us sakaallaa
Dandii kee gadhiiste
Hin adeemin faallaa
Waan ta’e hundumaaf
Hin jedheen bade woyyoo
Cabaaf dhabas obsii
Galmaan gahi kaayyoo
Gufuuleen baayyattee
Sitti dhiphistus daandii
Imala kee itti fufi malee
Tasuma hin kutiin abdii
Karaanis sitti dheeratee
Dadhabiin sitti cimuu
Kaayyoo kee hin jijjiirin
Ni injifatta rakkoo kamuu #Like share #Amiina _Oromoo
Wordaa 𝐅𝐢 𝑰𝒃𝒔𝒂𝒂 Woli Fixee Livi Irraatii 𝐕𝐢𝐝𝐢𝐨 𝐅𝐢𝐥𝐭𝐞𝐫 Isii Basee😱☠️🤬
Hawii Sheeki Hamzaa Gudii Gotee Hamzan Manaa Jinnii Ebisiisuufi😱🙆♀️🫢
Asun Masur😭🖤🔪💔 Biyyaa Gali Jedhe Bochiiftee Rakkoo Cimaa Keessa Jirtii
Ganii Oroo Woggaa 8 Biyyaa Arabaa Turte Durbummaa Isii Maaltuu Mudaatee 😱🙆♀️🫢👈Dhugaa Jirtuu kuno
Ibsishaa Adhaa 😱 Gurraa Isaa Live Irraa Dubbii Ummataa Umee🙆♀️Woli Fixee
Subahanallah😭🖤🤍🔪Kuni Salphiinaa Shamaraan Worraa Akkaa Isii Hundatii Dhageeffadhaa Mee
Dubbiin Solani Fi Ibsaa Ibiroo Fi Arsii Jabatee 🙆♀️❌️
Ibsishaa Saree Faranjii 🥻 Xaharaa Qabdii Wan Godhee Live Irraatii 😱🫢🤣🙆♀️👈
Makii Fi Mucatii Tun Gudii Woli Gotee
Berry Makii Woli Fixee 🙆♀️🫢
Berry Makii Fi Ibsishaa Arrabsitee Icciitii Makii Wojjiin Hasoftee Baftee🙆♀️🫢
Makii Gudii Tatee Ergaa Jarsii Kiyyaa Naa Biraa Demee Alaa Bahee Hin Bekuu 😱🙆♀️Wan
Ibsishaa Makii Hinafee Tiktok Isii Gubee😱🫢Ummataa Woli Busee Jedhe Kadiir Martuu
Haadha Faxee Wan Isii Mudaatee Kayirootii😱👈
Account Makii Dr Asilii Fi Haadha Faxee Ibsishaa Fa'aa Gubee Ummani Maratee😭🙆♂️Dhugaa Moo⁉️
Kun Salphiinaa💔🖤🙆♂️⁉️ Account Makii Makii Ibsishaa Fi Ijollee Baaleetuu Gubee Safuu😭
Haadha Faxee Live Irraa Gudii Godhee Mucaa Kuni
Maali Badiin Dr Asilii ⁉️🙆♂️Ilmoo Isaa
Uuffi😭Cubbuu Dhiiraa Bohee Onnee Namaa Cabsaa Miskiinaa
Rabbiin Obboleesaa Akkanaa Isiin Irraa Haa Qabuu 😭🙆♂️Mamee Dhageeffadhaa Mee Mubarki Wan Godhee
Uuffi😭 Hedduu Onnee Namaa Cabsaa Hayii Oromoo
Makii Fi Ibsishaa💔Akkaa Ittii Jarsaa Qabatani Gorsaa Aja'iibaa Dhageeffadhaa Gudii Gotee Live Irraa
Shiraa Gem Mubarki Irraatii Xaxamee Fi Salphiinaa Oromoo Hunda Gudii Dhageeffadhaa
Ibsishaa Fatiha Jarsaa Argee 😱✈️Congratulations 🎊
Sheekin Robee Murtigutoo Hisiisee Adamaa Demee Gudii Ta'ee Amas
Haatii Faxee Fi Fatiha Woli Ararsuufi Lolii Cimaa Umamee Rachuu Gudii Ta'ee Balaan Butee
Ibsishaa Sababaa Makiin Guyyaa Irraa Harawomtii Jedhefi Himee Durbummaa 😱❤️
Mubarki Fi Sabbonaa Woli Fixee Salphiinaa Guddaa 😭💵💸🙆♀️
Dr Asilii 🙆♂️ Dubai Demuufi Haliu Jirenyaa Ittii Jabatee Kayirootii😭💸💵👈✈️
Libya😭✈️🇱🇾 Ijollee Isii Wojjiin Birrii Kumaa Dhibbaa 8K😭🙆♀️🚫Rakkoo Ciimaa Keessa Dr Asilii