FAAR AYYANAA KABBADAA Faarfannaa afaan oromoo
Автор: Faaruu Studio
Загружено: 2022-04-15
Просмотров: 9167
↪️ faarfannaa afaan oromoo kan duriif ammaa argachuf channel kana subscribe godha jajjabeessa asii irrati dhimaa amantaa qofaa argatuu.
↪️baagan naagan dhuftaan garaa channel kana ijoole ifaa fi jaalalaa 🖤❤️🤍🙏🙏
↪️ilmaa waaqayyoo isaa jiruu isaa jiraatuu darbees baraa baraan jiraatuu lallabudha.
↪️warra dhiphinaa Fi rakkinaa keessa jiraan isaa garaa boqonnatti isaa gessu yesus haa ebbifamuu
↪️adunyaa kanaraa kan boqonaa namaf kenuu yesus duwadha.
↪️ kiristoos isaa ifaa tahee dubbachuu lallabuu Fi dhugaa ba,uu .
↪️nutii ilmaan ifaaf sogidaa biyyaa lafaa warrii tanee
↪️↪️↪️↪️
↪️Yoh. 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Sagalichi jalqaba waan hundumaa dura ture; sagalichi Waaqayyo bira ture; sagalichi ofii isaa Waaqayyo ture.
² Inni kun jalqabumaa jalqabee Waaqayyo bira ture.
³ Wanti hundinuus isumaan ta'e; waan ta'e keessaas isa malee kan ta'e tokko illee hin jiru.
⁴ Jireenyi isa keessa ture; jireenyichis ifa namootaa ture.
⁵ Sagalichi dukkana keessatti in ibsa, dukkanichi immoo isa bira ga'uu hin danda'u.
⁶ Namni Waaqayyo biraa ergame tokko ture, maqaan isaas Yohannis jedhama.
⁷ Inni kun dhugaa ba'uudhaaf dhufe; namoonni hundinuu dubbii isaatiin akka amananiif waa'ee ifichaa dhugaa ba'e.
⁸ Inni ofii isaa ificha hin turre, waa'ee ifichaa akka dhugaa ba'uuf ergame malee.
⁹ Ifichi inni dhugaan, inni gara biyya lafaa dhufe, namoota hundumaaf in ibsa.
¹⁰ Inni biyya lafaa keessa ture; biyyi lafaas isumaan ta'e; biyyi lafaa garuu isa hin beekne.
¹¹ Gara biyya dhuunfaa isaa dhufe; namoonni isaa garuu isa hin simanne.
¹² Hamma isa simataniif immoo ijoollee Waaqayyoo akka ta'aniif aboo isaaniif kenne; isaanis warra maqaa isaatti amananii dha.
¹³ Isaan kun Waaqayyottii dhalatan malee, dhiigattii yookiis fedha fooniittii yookiis fedha dhiiraattii hin dhalanne.
¹⁴ Sagalichis nama foonii ta'ee, nu gidduus buufate. Ulfina isaa isa ayyaanaa fi dhugaadhaan guutes argine; ulfinni isaas isa ilmi tokkichi abbaa isaa irraa argatu ture.
¹⁵ Yohannis waa'ee isaatiif dhugaa in ba'a; sagalee isaa ol fudhatees, “Inni ana booddee dhufu ana irra caala, ana dura ture'o” jedhee waa'ee isaa kanan dubbadhe, kunoo, isa kana" jedhe.
¹⁶ Guutummaa ayyaana isaa keessaa hundumti keenya ayyaana irratti ayyaana fudhanneerra.
¹⁷ Seerri Museedhaan kenname, ayyaannii fi dhugaan garuu Yesus Kristosiin argaman.
¹⁸ Homtinuu takkaa Waaqayyoon hin argine, ilma tokkicha isa abbaa bukkee ture sanatu waa'ee isaa hiikee beeksise malee.
↪️Yesus kiristoos kalesaas har'aas gooftadha.
#waaqayyoo hundumaa danda'aadha.
#afaan_oromoo #faarfannaa #faaruu #song #singer #prayer #god #dawit #comment #like #live #share
↪️ channel kana irraatti waantoota hedduu argatuu
↪️ Faarfannaa qalbii jijiranna
↪️ faarfannaa galataa
↪️ faarfannaa cidhaa
↪️ faarfannaa jajjabinaa
↪️ faarfannaa afaan oromoo
↪️ faarfannaa afaan amarifa
↪️ faarfannaa afaan ingilifaa
↪️ Sagalee waaqayyoo
↪️ waalaloo afaan oromoo
↪️ waalaloo afaan amarifa
↪️ diramaa afaan oromoo
↪️ comedy movies funny video
↪️↪️↪️ gutummaa channel kana dhimaa amantaa qofaa ilalataa kanafuu subscribe godha jajjabeessa gafii sanduqaa comment jalati gafadhaa yookin comment godha gafadhaa.
↪️ Shalom naagan waaqayyoo inni wantii kamuu hin dangessinee isinif haa ta'uu
↪️ motuumaa waaqayyoo dhiyateraa yaada garaa keessan gedaradhaa.
↪️Enyuu ilee kiristoos malee garaa abbaa dhaquu danda'uu.
↪️Fayyisuu Fi dhisuu kan danda'uu kiristoos cubbuu nama kamiiyuu iyyuu kan dhiquus isaa qofadha.
↪️hadaraa Yaa isaa na dhaga'aa jirtuu guyyan fayyina har'aa har'aa keessa iyuu ammaa dafii dukkanaa sobaa ejjaa hamii jalaa dafii garaa ifatti baqadhu.
↪️shaloom baakka jirtan maratti.🙏
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: