Waanta Abbaankee Beeku, kan Haatikee immoo sitti himuu Dandeessu | Men from Mars, Women from Venus
Автор: Oro Books
Загружено: 2025-09-16
Просмотров: 82
Kitaabni Bu'uura jaalalaa jedhu kun afaan Ingiliziitiin ogeessa saayikoloojii Dr Joon Gireeyii nama jedhamaniin barreeffame. mata dureen barreessichi kitaaba kanaaf kennees Men from Mars, Women from Venus kan jedhu jedhu ture.
kitaabni kun bu'uura jaalalaa jedhamuun gara afaan saba guddicha gaanfa Afrikaa, gara afaan oromootti yommuu hiikamu lammiillee afaanicha danda'aniif bu'aa guddaa buusuu akka danda'u amanamaadha. rakkoo abbaa manaa fi hadhaa manaa gidduu jiru, rakkoo jaalalaa keessaatti uumamu, waa'ee jaalalaa, hariiroo jaalalaa, wal quunnamtii saalaa, waa'ee miiraa, waa'ee dubartii milkoomina jaalalaa, fedhii fi qabxiiwwaan baay'ee barbaachisoo kana fakkaatan hundumaa haala gaariidhaan ibsee jira.
------------------------------------------------------------------------------------------------------
📚 Joon Gireey barreessee Guutuu Ayyaanaa akka hiiketti
📚 Narrated by: Lema D.
🔔 Please subscribe, like, and share with your friends.
#sagaleekitaabaa #afanoromo #audiobook #afanoromosong #fiction #oromowisdom #audiobook #ethiopia #ethiopian #ethiopiannews #education #AfaanOromooAudiobook #KitaabaSagaleeAfaanOromoo #OromoAudiobook #OromooFiction #AfaanOromooNarration #OromoLiterature #OromoRomanticStory #OromoDramaAudiobook #SeenaaOromoo #OromooStorytelling #EthiopianAudiobook #OromiaLiterature #OromoPodcast #KitaabaAfaanOromoo #OromoCultureStories #AfaanOromooContent #sycologicalfacts
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: