Khuxbaa Ajaa'ibaa! Fedhii Lubbuu Jala Deemuu!
Автор: Hakim Hassen
Загружено: 2025-06-13
Просмотров: 10935
💖 As wr wb Ahbaabii Fillaah! Khuxbaan tun Khuxbaa Jummaati ammas Haaraya mata dureen isii dhaa Fedhii Lubbuu Jala Deemuu jetti. Dhukkuba Guddaa amma harkaa nu qabu keessaa tokko isa kana. Fedhii Lubbuu Jala Deemuun Addunyaa tana keessatti halaaka, Aakhiratti ammoo ibidda jahannami. Namni fedhii lubbuu jala deemuun: odoo dhugaa arguu akka nama hin garre, odoo dhagayuu akka nama hin dhageenyeeti ammas dhugaa hin dubbatu ammallee dhugaa saniis hin qeebalu. Khuxbaa tana keessaa Beekumsa Guddaatu jira Daawwadhaa waliifis share godhaa. Baarakallaahu fiikum 👏♥
#subscribe #islam #hakimhassen34 #oromo
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: