🔴 Dubartiin Akkanaa Jirti? Kan bishaan qopheessitu. | Are There Such Women? She prepares the water.
Автор: Masaraa Islaamaa
Загружено: 2025-11-25
Просмотров: 509
Barumsa kooree kana keessatti Sheekh Abdulkarim Ambuye waa’ee Salaata Laylii faayidaa fi haala itti dalagamu bal’inaan ibsu. Salaanni laylii ibaadaa Rabbiin jaallatu keessaa isa guddaa dha.
Akkuma Hadiisa Sahiiha Aishaa (RA) irraa odeeffametti Nabiin (SAW) yeroo hunda 11 rak'aa irratti dhiphatu turan.
Viidiyoon kun ati maatii haati worraa keetii gaheen isiin qabdu maali? Isa jedhuuf deebiin jira. Aahishaan yogguu salaata halkaniif nabiin (SAW) ka'anu maal godhaa turte? deebiin jira.
--------
In this video Sheikh Abdulkarim Ambuye discusses the importance virtue and method of performing the Night Prayer (Tahajjud).
According to the authentic narration of Aisha (RA), the Prophet Muhammad (SAW) would consistently pray 11 rak’ahs at night.
This video is about you and your mother-in-law's family. There is an answer to that. What was Aisha doing when the Prophet (SAW) got up for the night prayer? there is an answer.
#SalaataLaylii #Tahajjud #AishaaRA #HadiisaSahiiha #Sunnah #Ibaadaa #IslamicOromoo #DeenOromoo #SalaataDhuunfaa #DarsiiIslaamaa
👉 Don’t forget to Like, Share, and Subscribe for more Islamic reminders.
#MasaraaIslaamaa #Islam #Tawheed #Quran #Hadith
_________________
Links to our social media pages 👇🏽
Like us 👍🏽 | Share ⤴️
• YouTube
/ @masaraa-islaama1
• Telegram
https://t.me/MasaraaIslaamaa
• Facebook
https://www.facebook.com/profile.php?...
• TikTok
tiktok.com/@masaraisl1
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: