Barnoota Salaata Jalqabaa hanga Xumuraatti Gabaabbinaan Waliif Qooda wal hin Hassadina toltu Dalaga
Автор: Aisha&Zeyinab Tube
Загружено: 2021-04-12
Просмотров: 74118
#ZeyinabaAhluZikir #BarnootaSalaata Jalqabaa hanga Xumuraatti Gabaabbinaan Waliif Qooda wal hin Hassadina toltu haa Facaafannu
Harkaan iimaana
1//Antu'uminu Billaahi
2//Wamalaa'ikatihi
3//Wakutubihii
4//WaRusulihi
5//Wal Yoowmal Aakhiri
6//Bil-Qadari Kheeyrihi
Washarrihii kullu Minallaahi Ta'aala.
~Du'aayii Yeroo mana Sagaraa Seenan jedhamu)
=Bismillaahi Allaahumma innii A'uuzubika minakhubsi Walkhabaa'is
Maqaa RABBIITIN yaaa RABBI Ani Sheyxaana dhiiratiifi Sheyxaana dhalaa irraa Sitti maganfadha (Bukhaari Gabaase)
♡☆Du'aayii Wudu'a Dura jedhamtu (Bismillaahi)
{Hiikkaa} maqaa RABBIITIN Jalqaba)
(Abu Daawudiif ibni Maajah)
♡☆Du'aayii Erga Wudu'a Geessinee Boodan Jennu Ash'hadu An-laa ilaah illallaah Wahdahuu Laa Shariika Lahuu, Wa Ash'hadu Anna Muhaammadan Abduhuu Warasuuluhu.
Allaahumma ij'alnii minattawwaabiina Waj'alnii minal mutaxahhiriin.
=Hiikaa~ RABBIIN malee Gooftan dhugaa Akka Hin jirre Ragaa baha inni tokkicha Shariika hin qabne ta'uu Ragaa baha. Muhaammadi ammoo Gabrichafi Ergamaa isaa tahuu Ragaa baha.yaa RABBII warra Gara keee Deebi'an irraa na taasisi Akkasumas warra Qulqullaayan irraa na taasisi (Tirmiizii)
(Du'aayii Seensa Salaata)
Subhaanaka Allaahumma Wabihamdika Watabaarakasmuka Wata'aalaa Jadduka Walaa ilaah Gheeruka. "
~Hiikkaa= yaa RABBII ati hirdhuu hundarraa Qulqulloofte Faarunis keetuma maqaan keetis Qulqullaaye taayitaan keetis olta'e si malee Gooftaan dhugaa hin jiru
(Tirmiizii)
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: