🔴 Oduu Ammee‼️ Iran Professor US Galaafate? Lola Jabaa Caribbean Venezuela
Автор: Oromia 24 News 1
Загружено: 2025-12-18
Просмотров: 3252
Oromia 24 News:
Oduu Har'aa: Iccitii ajjeechaa Piroofeesera Saayinsii Niwukilaraa Ameerikaa (US) irratti raawwatamee fi ragaa haaraa saaxilame; ajjeechaa kana duuba harki Iraan jiraachuu isaa gaaffii jedhuu fi qabatama jiru qabannee dhufneerra. Dabalataan, lola Galaana Kaaribiyaan (Caribbean) irratti jabaataa dhufe, Ameerikaan doonii waraanaan Venezuwellaa (Venezuela) marsuu ishee fi Chaayinaan deeggarsa waraanaa jabaa Venezuwellaaf taasisuu ishee bal'inaan hordofaa.
Subscribe godhaa, share gochuun yaada keessan nuuf barreessaa!
👉 YouTube: / @oromia24news
👉 Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?...
👉 Telegram: https://t.me/Oromia24Newsa
✅ Viidiyoon keenya yoo isinitti tole Like gochuu hin dagatinaa 👍
✅ Subscribe gochuun Bilbila keessan irratti Bell icon (🔔) banuudhaan viidiyoota haaraa akka isin qaqqabu mirkaneessaa
✅ Share gochuun hiriyoota keessan biraan ga’aa 🌍
US Nuclear Scientist killed.
Iran assassination plot exposed.
US blockade Venezuela.
Caribbean Sea crisis.
China supports Venezuela.
US Navy surrounds Venezuela.
Venezuela vs USA war.
Iran vs USA tension.
Nicolas Maduro news.
Oromia 24 News today.
#Oduu #USA #Iran #Venezuela #China #NuclearScientist #Caribbean #WarNews #Oromia24News #OduuAmmee #WorldNews #Mystery
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: