Afaan Arabaa Afaan Oromoon Kutaa 2 Of-ibsuu | Basic Arabic | Arabic for beginners | Jidah | Dubai
Автор: Abdi Academy
Загружено: 2025-10-09
Просмотров: 707
🌍 Afaan Arabaa Afaan Oromoon | Basic Arabic for Beginners | Jidah | Dubai | Bahrain | Qatar
Barnoota Afaan Arabaa haaraa kana keessatti, Afaan Arabaa sadarkaa jalqabaa ni baranna!
Dubbii, qubee, jechoota fi hiika salphaa waliin akka sirriitti barattan ni gargaarra.
📘 Kutaa kana keessatti barattan:
Qubee fi sagalee Afaan Arabaa
Jechoota salphaa guyyaa guyyaa
Akkamitti of beeksifna
Dubbii hojii fi safuu Arabaa
🎯 Faayidaa barnoota kanaa:
✔ Afaan Arabaa keessatti bu’uura cimaa uuma
✔ Imala Jidah, Dubai, Bahrain fi Qatar keessatti si gargaaru
✔ Haala salphaan dubbachuuf si qopheessa
📚 Subscribe godhi kana fakkaatan barnoota haaraa akka argattu!
#AfaanArabaa #AfaanOromoon #ArabicForBeginners #LearnArabic #Dubai #Qatar #Jidah #Bahrain #AbdiAcademy
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: