Популярное

Музыка Кино и Анимация Автомобили Животные Спорт Путешествия Игры Юмор

Интересные видео

2025 Сериалы Трейлеры Новости Как сделать Видеоуроки Diy своими руками

Топ запросов

смотреть а4 schoolboy runaway турецкий сериал смотреть мультфильмы эдисон
dTub
Скачать

Faarffannoota Afaan Oromiffa Dhalateera Ilmmi Oromo Gospel songs collection for Christmas.

Автор: New Generation Tube

Загружено: 2023-01-04

Просмотров: 9628

Описание:

²⁰ Utuu Yoseef kana yaadaa jiruu, kunoo, ergamaan gooftaa abjuutti itti mul'atee, "Yaa Yoseef ilma Daawit, Maariyaam kaadhimni kee hafuura qulqulluudhaan waan ulfoofteef, ishee of biratti fudhachuu hin sodaatin! ²¹ Isheen ilma in deessi; atis maqaa isaa 'Yesus' jettee in moggaafta, inni ofii isaatii saba isaa cubbuu isaaniittii isaan in fayyisa" jedheen. ²² Kun hundinuu inni Waaqayyo gooftaan afaan raajichaatiin dubbate akka raawwatamuuf ta'e. ²³ Innoo, "Kunoo, durbi in ulfoofti ilmas in deessi, maqaa isaas 'Amaanu'el' jedhanii in moggaasu" jedhe; "Amaanu'el" jechuun "Waaqayyo nuu wajjin jira" jechuu dha. ²⁴ Yoseef hirribaa dammaqee, akkuma ergamaan gooftaa isa abboometti kaadhima isaa of biratti in fudhate. ²⁵ Haa ta'u iyyuu malee, inni hamma isheen ilma ishee deessutti ishee hin barre; mucicha immoo "Yesus" jedhee in moggaase.

‪@WAKJIRATUBE‬
‪@faaruumediaa‬
‪@DeepBibleStories‬
‪@jcpchurchet‬

Faarffannoota Afaan Oromiffa Dhalateera Ilmmi Oromo Gospel songs collection for Christmas.

Поделиться в:

Доступные форматы для скачивания:

Скачать видео mp4

  • Информация по загрузке:

Скачать аудио mp3

Похожие видео

Yesuus Nuuf Dhalate | Gurmuu Faarfattoota A | WKWWMYI-WAOF

Faarfannaa kadhannaa walitti fufaa(Faarfannoota durii)

“Sagantaa Addaa Ayyaana  | Tesema Geleta, Oli Nega & Abebech Ajema” Special  Celebration Together

Yesuus Dhalateera Muccooli www Oromiya Addunyaa

Waaqeffanaa Hafuuraaaf dhugaa Oromo gospel worship..Faarfanna afaan Oromiffaa

Akkamitti isa waaqayyo nutti dubbatu dhaga'uu dandeenya? | Prophet Meserat Taye | @araratvworldwide‬

Haalleluuyyaa (Live Version) - Paulos Tegegn Bulcha | Dilblii Galataa Yesuusiif

🔥 SIN JAALLADHA YESUUS | BORN IN AMERICA, WORSHIPING JESUS IN AFAAN OROMO 🇺🇸🙏 (2026)

Mucaa Kaayyoo - Christmas the Oromo way!

Faarfannaa Afaan Oromoo Durii Walitti Fufaa

 Faarfataa Guutuu Shifarraaw hadha warrasa dizaayinara Seenaa Girma keessumoota  ayyaana 2018ti

KIRISTOOS NI DHUFA: FAARFATTOOTA MAKAANA YESUUS AFAAN OROMOO KOTOBEE

Faarfannaa Durii walitti fufaa P5

Faarfannaa Durii walitti fufaa P5

DHALATEERA

DHALATEERA

2827- በወለጋ እስቴድየም አምስቱም ዘማርያን በአንድ ላይ | Welega Crusade | Prophet Eyu Chufa | Christ Army Tv

Yesusiin | Tirfe Abera New Afaan Oromoo Gospel Song 2026

Hin deebiinaa nu deebisii😭Gooftaa nuuf kenni hubanaa.#Faarfannaa-#Afaan-#oromoo#

Faarfannaa Dhalachuu Gooftaa Yesuus Walitti Fufaa #gospelmusic

Dawaa Lubbuu  | Lensa tilahun | #Protestant #JesusChrist #BibleVerse

NUUF DHALATE (MUCOOLII GARTUU SHAALOOM PGC MINESOOTAA)

© 2025 dtub. Все права защищены.

  • Контакты
  • О нас
  • Политика конфиденциальности

Контакты для правообладателей: infodtube@gmail.com