Популярное

Музыка Кино и Анимация Автомобили Животные Спорт Путешествия Игры Юмор

Интересные видео

2025 Сериалы Трейлеры Новости Как сделать Видеоуроки Diy своими руками

Топ запросов

смотреть а4 schoolboy runaway турецкий сериал смотреть мультфильмы эдисон
dTub
Скачать

SOBAAN KAKKATTEE ADUURREE,NAMAAF SAREE DEESSE!!!!

Автор: mormormedia

Загружено: 2025-07-05

Просмотров: 126

Описание:

Uummanni Oromoo Arsi seera aadaa fi Gadaa irratti hundaa’e qaba. Yeroo rakkoon uumamu, namoonni gara jaarsolii fi Abbootii Gadaa deemu.
Murtiin bakka kanaa, murtii Waaqaa fi dhugaa irratti hunda’eedha.

Seera kana keessatti,dhugaa dhoksuu fi badii raawwatame waakkachuun yakka cimaadha.

Alangeen harkatti qabatanii qoraa murtiif taa'an sirna aadaaf seera koottu dhufee oromoo arsii biratti hiikkaa guddaa akka qabdu kan nutti himan walitti qabaa mana murtii oldabarfannaa kutaa magaa allachee abbaa gadaa bushuushee buttaati.

Alangeen arraba tokkoo qortichaan qabatamtus, hiikka of danda'e akka qabdu kan nutti hime  ammoo Abbaa murtii mana murtii aadaa  Nugusee ......ti

Kanaaf Alangee tana duratti namni soba dubbate,adabbii Waaqaa jalaa hin hofolu. 
Haaluma kanaan,Uummata Oromoo Arsi gidduutti rakkoofi falmii uumamuuf furmaanni seera aadaa irratti hunda’e jira.

Sirni kun Jaarsummaa” fi Gadaa,irratti,ijaarame.Jaarsoliin kanneen umrii,beekumsa fi sadarkaa qaban gara murtii fi araaraatti nama deemsisu. 

Seerri aadaa Oromoo, dhugaa fi obsa irratti ijaarame waan ta'eef namni dhugaa dubbachuu qaba

Manni,murtii,aadaas,hundeeffama isaatirraa kaasee hojiin isaa bal’aa fi bu’aa qabeessa Rakkoo maatii,daangaa lafaa, qabeenya,fuudhaaf heerumaa fi waldhabbii hunda irratti, dhugaa dabdeef dhugaa badde tasgabbiin abbaa dhugaatiif galchaa jira.

Abbaa Gadaa Bushuushee Buttaa walitti qabaa dhaddacha ol dabarfannaa kutaa magaalaa allacheeti.

SOBAAN KAKKATTEE ADUURREE,NAMAAF SAREE DEESSE!!!!

Поделиться в:

Доступные форматы для скачивания:

Скачать видео mp4

  • Информация по загрузке:

Скачать аудио mp3

Похожие видео

Стрельба у Белого дома / Захват власти военными

Стрельба у Белого дома / Захват власти военными

ድራማው በ30 ደቂቃ ስለሚያልቅ የሰራችሁ አይመስላችሁም አይደል 😂😂 //የቤተሰብ ጨዋታ// SE24 EP 98

ድራማው በ30 ደቂቃ ስለሚያልቅ የሰራችሁ አይመስላችሁም አይደል 😂😂 //የቤተሰብ ጨዋታ// SE24 EP 98

Rifeensa gaammee waggaa 12 dugda isheerra darbee koomee qaqqabuuf deemu, raajiidha!

Rifeensa gaammee waggaa 12 dugda isheerra darbee koomee qaqqabuuf deemu, raajiidha!

Caayaa OBN Waxabajjii 23, 2017

Caayaa OBN Waxabajjii 23, 2017

Qoccolloo abbaa manaafi haadha manaa

Qoccolloo abbaa manaafi haadha manaa

Никогда не отвечай на эти 5 вопросов — они ломают жизнь!

Никогда не отвечай на эти 5 вопросов — они ломают жизнь!

“እንደዚህ ዓይነት ዴሞክራሲ ዓለም ላይ የለም” ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር)

“እንደዚህ ዓይነት ዴሞክራሲ ዓለም ላይ የለም” ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር)

Список запретов в России на 2026 год – Как это коснется каждого?

Список запретов в России на 2026 год – Как это коснется каждого?

HAADHA KEENYA ILFINASH QANNOO NORWAYTTI BARRE | HAWWII H.QANANII | ON GAMMADAA SHOW | 2025

HAADHA KEENYA ILFINASH QANNOO NORWAYTTI BARRE | HAWWII H.QANANII | ON GAMMADAA SHOW | 2025

Maatii Jaalalaa Namoota hedduuf Barnoota Ta’u [Maati Jaalalaa Obbo Edeemaa]

Maatii Jaalalaa Namoota hedduuf Barnoota Ta’u [Maati Jaalalaa Obbo Edeemaa]

LIVERPOOL SKOMPROMITOWANY NA ANFIELD! KRYZYS ARNE SLOTA TRWA! LIVERPOOL - PSV, SKRÓT MECZU

LIVERPOOL SKOMPROMITOWANY NA ANFIELD! KRYZYS ARNE SLOTA TRWA! LIVERPOOL - PSV, SKRÓT MECZU

SEENAA GUUTUU AYATOLLAH IRAQ

SEENAA GUUTUU AYATOLLAH IRAQ

Galaana Jaalalaa | Dubartiin Gabaabduun Kubbaa Miilaa Natti fakkaatti...

Galaana Jaalalaa | Dubartiin Gabaabduun Kubbaa Miilaa Natti fakkaatti...

OMN: Oduu Guyyaa Adol. 2, 2025 Waliigaltee dhukaasaa Israa'el fi Hamaas

OMN: Oduu Guyyaa Adol. 2, 2025 Waliigaltee dhukaasaa Israa'el fi Hamaas

Gadaa Kutaa 5ffaa Eegumsaa fi Kunuunsa Bineensota Seera Haraa-Eelaa Boqonnaa 10 ffaa fi 11 ffaa

Gadaa Kutaa 5ffaa Eegumsaa fi Kunuunsa Bineensota Seera Haraa-Eelaa Boqonnaa 10 ffaa fi 11 ffaa

Вахтовик столкнулся с ЧЕРТОМ в Старой избушке в Тайге и сильно пожалел

Вахтовик столкнулся с ЧЕРТОМ в Старой избушке в Тайге и сильно пожалел

SEENAA GUUTUU L.KOLONEEL ABDIISAA AAGAA. [Dhageefadhaa]

SEENAA GUUTUU L.KOLONEEL ABDIISAA AAGAA. [Dhageefadhaa]

SEENAA JAARRAA TOKKO BOODA BADEE GALE

SEENAA JAARRAA TOKKO BOODA BADEE GALE

RR-020 🛑 “Wanti Kuni Hundi Waan Rabbitti Amaneef qofa narra gahe”🥲 #riqicha_raggae

RR-020 🛑 “Wanti Kuni Hundi Waan Rabbitti Amaneef qofa narra gahe”🥲 #riqicha_raggae

ИНТЕРВЬЮ БАРЛЫКА МЕНДЫГАЗИЕВА ЖУРНАЛИСТКЕ АЗАТТЫКА САНИЕ ТОЙКЕН: Я ВЕРНУСЬ В СВОБОДНЫЙ КАЗАХСТАН!

ИНТЕРВЬЮ БАРЛЫКА МЕНДЫГАЗИЕВА ЖУРНАЛИСТКЕ АЗАТТЫКА САНИЕ ТОЙКЕН: Я ВЕРНУСЬ В СВОБОДНЫЙ КАЗАХСТАН!

© 2025 dtub. Все права защищены.



  • Контакты
  • О нас
  • Политика конфиденциальности



Контакты для правообладателей: [email protected]