Gaafii Haakimootaa deebisuu diddaaf Jawar fi Taayyee komataa jiran.
Автор: United Oromia
Загружено: 14 мая 2025 г.
Просмотров: 25 005 просмотров
Gaafiin Haakimootaa (doctors) gaafataa jiraniif deebii hin kennamne. Sababa kanaaf jecha Doktorootni Fayyaa Lagannaa hojii eegalan. Tahus garuu qaamoleen Mootummaa Obbo Jawar Mohammed fi Obbo Taayyee Dendea Himataa jiraachuutu dhagahame.

Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: