DiiDii -Dietrich Wasmann
Автор: Robsan Mako (R Media)
Загружено: 2021-06-04
Просмотров: 256
Dietrich Wasmann woliin wal baraa!
Namoota baayyee biratti “Diidii” jedhamanii kan beekama Dietrich Wasmann bara 1929 ti wallagga keessatti dhalatan. Mucaa wagga lamaa ta’anii utuu jiranii bara xaliyaaniin biyya seente warra isaanii woliin gara biyya isaanii Jarmaniitti deebi’an. Erga Xaliyaaniin baatee booda garuu gara biyya keenyyaati deebi’uudhaan ijollee oromoo wojjiin dhoqee laaqanii guddatani.
DiiDii ‘’n bar dheeraa saba keenya gudduu jiraatanitti kallattii garagaraan saba keenya tajaajilaniiru. Hospitaala ijaaruu, mana barumsaa ijaaruu, riqicha tolchuu, daandii baasuu fi kkf hojii bu’uuraa baayyee hojjetaniiru. Yeroo jalqabaatiif naannoo Ayiratti korreentii galchuu isaanis inyaadatu! Diidii’n amma maanguddoo wagga 92ti. Jireenya biyya keenya keessatti dabarsan ilaalchisee afaan Jarmaanii fi Afaan Oromoo tiin macaafa caafaniiru.
Vidiyoo gabaabaa kana keessatti mudannoo isaanii bara durii afaan Oromoon dubbatu! Caqasaa! Achumanis immoo Chanalii Youtbe keenya “subscribe” gochuu hindagatiinaa!
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: