Pireezidaant Lammaan haala yeroo Oromiyaa irratti OBN’f ibsa kennan OBN Amajjii 17, 2011
Автор: OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Загружено: 2019-01-25
Просмотров: 26833
OBN Amajjii 17, 2011 - Uummanni Oromoo fuula isaa gara misoomatti deeffachuun carraa argameen hojjatee of jijjiiruu qaba jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaa. Tokkummaa keenya daraan cimsuun dinageerratti xiyyeefachuu qabna jedhan pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Lammaa Magarsaa. Pireezidaant Lammaan haala yeroo Oromiyaa irratti OBN’f ibsa kennan
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: