Популярное

Музыка Кино и Анимация Автомобили Животные Спорт Путешествия Игры Юмор

Интересные видео

2025 Сериалы Трейлеры Новости Как сделать Видеоуроки Diy своими руками

Топ запросов

смотреть а4 schoolboy runaway турецкий сериал смотреть мультфильмы эдисон
dTub
Скачать

AJJEESEE JAJAMA! //Yaadasaa Shirii Official Video//2014/2021

Автор: Yadesa Shiri Official

Загружено: 2021-12-17

Просмотров: 469747

Описание:

#Subscribe #Share #Like
Namani cubbuu ofiisaa dhokfatu hin fayyu hin maaramu.
Garuu namni garaa cabaadhaan himatu hin nyaatamu
Nutis si miineerra,cubbuus hojjenneerra,dugda sitti ganneerra.
Si sodaachuu dhiifnee cubbuu ija jabinaa hedduus hejjeenneerra.
Nuuf bal'isi harka araara keetii.
Akkuma gaarummaa keetti.
Fuula nuuf deebisi ati.
1,Sababii cubbuutiif lafti abaaramteetti.
Naasuu fi yaaddoo du'aan isheen marfamteetti.
Obboleessi haadhoosaa ajjeesee jajama.
Lafti dhiigaan guutte taate Akeldaamaa.
Nagaan ba'ee galuun dhalootatti ulfaate.
Maaloo aarara keen yoo gidduu nuuf galte
Xinnaa fi guddaatu boo'ee mankaraara.
Dhiigatu gad jigaa jira
Maaloo nuuf ka'i Waaqa irraa.
2,Sobni bobbokokee ol ba'ee dirreetti
Dhugaan iddoo dhabe hidhamee golatti
Garaaf wal sakaalu shiratu baay'ate.
Lafaa ol sitti iyyaa dhiigni kan Naabootee
Dhokattee hin hafini dhugaan kee haa mootu.
Ilmaan warra sobduu silas daga hin ceetu.
Faara tolaan dafii nu ilaali.
Nu urgeessi ati foolii
Yaa Waaqa hundaan olii.
3,Raajii sobduun guutte daldaltuun wangeelaa
Iddoo silaa furtuu taate sabaaf eelaa.
Nus dubbicha ganne isaanitti of laanne.
Isaanis Waaqayyoon baruu keenya hin feene.
Ija keenya kaasi Waaqalii xiqqoo irraa.
CAAFFATA qulqulluu dha furmaati inni waaraan.
Fayyinni harka keeti nu fayyisi.
Cubbuu keenya nuuf balleessi.
Boojuu keenya deebisi.

AJJEESEE JAJAMA! //Yaadasaa Shirii Official Video//2014/2021

Поделиться в:

Доступные форматы для скачивания:

Скачать видео mp4

  • Информация по загрузке:

Скачать аудио mp3

Похожие видео

Samuel Bayu - YEROO GALATAA(Official Vedio)

Samuel Bayu - YEROO GALATAA(Official Vedio)

New Yadesa Shiri #4th full Album/ 'Shakaayinaa' 2021/2013

New Yadesa Shiri #4th full Album/ 'Shakaayinaa' 2021/2013

SINGER || PHAWULOS T & GUTU SH || FAKKAATTIIN KEE HINJIRU || JCP MULTIMEDIA || 2025

SINGER || PHAWULOS T & GUTU SH || FAKKAATTIIN KEE HINJIRU || JCP MULTIMEDIA || 2025

SIINAN FIILMII AFAAN OROMOO HAARAA 2023

SIINAN FIILMII AFAAN OROMOO HAARAA 2023

Diriba Shiri |HOOLICHA QALAMEEF| Official Music Video

Diriba Shiri |HOOLICHA QALAMEEF| Official Music Video

Джем – AJJEESEE JAJAMA! //Yaadasaa Shirii Official Video//2014/2021

Джем – AJJEESEE JAJAMA! //Yaadasaa Shirii Official Video//2014/2021

Dawaa Lubbuu  | Lensa tilahun | dargaggoo ogeeyyii  | @araratvworldwide

Dawaa Lubbuu | Lensa tilahun | dargaggoo ogeeyyii | @araratvworldwide

ПОЧЕМУ БОГ НЕ СПАС ИОАННА КРЕСТИТЕЛЯ ОТ ОБЕЗГЛАВЛИВАНИЯ? | ЧТО ОБНАРУЖИЛИ ТЕОЛОГИ!

ПОЧЕМУ БОГ НЕ СПАС ИОАННА КРЕСТИТЕЛЯ ОТ ОБЕЗГЛАВЛИВАНИЯ? | ЧТО ОБНАРУЖИЛИ ТЕОЛОГИ!

KAN YESUUS JAALALLIADDA || Faarfataa Gutu Shiferaw || singer Gutu  @MARSILTVWORLDWIDE

KAN YESUUS JAALALLIADDA || Faarfataa Gutu Shiferaw || singer Gutu @MARSILTVWORLDWIDE

HIN GANAMEEFFADHU! SANBATA WALTAJI 2018

HIN GANAMEEFFADHU! SANBATA WALTAJI 2018

Hafuura Qulla'aa Qabachuu  | Raajii Masarat Taayyee |   @araratvworldwide

Hafuura Qulla'aa Qabachuu | Raajii Masarat Taayyee | @araratvworldwide

Sitti Ciise garaan koo/Faar.Yadesa Shiri lakk.3ffaa or Album 3ffaa/Official vedio

Sitti Ciise garaan koo/Faar.Yadesa Shiri lakk.3ffaa or Album 3ffaa/Official vedio

Araarri kee | SINGER GUTU SHIFERA | LIVE WORSHIP |BBG WORSHIP NIGHT | 2024

Araarri kee | SINGER GUTU SHIFERA | LIVE WORSHIP |BBG WORSHIP NIGHT | 2024

Farfaata Dassee duulaa

Farfaata Dassee duulaa

Akka Leenca Dhalaa (Live Version) - Paulos Tegegn Bulcha | Dilblii Galataa Yesuusiif

Akka Leenca Dhalaa (Live Version) - Paulos Tegegn Bulcha | Dilblii Galataa Yesuusiif

singer Amanu'el Sarbesa & Game #new live worship #SIINAAN OLEE  revelation int.church

singer Amanu'el Sarbesa & Game #new live worship #SIINAAN OLEE revelation int.church

Dawit Morka Sin Irraanfatu Garaan Koo  Amazing Worship #afaanoromoo  oromo _prophetess misrak Haile_

Dawit Morka Sin Irraanfatu Garaan Koo Amazing Worship #afaanoromoo oromo _prophetess misrak Haile_

Gutu Shiferaw/Utuu Sin taanee/New  Live Worship on Shakaayinaa Concert

Gutu Shiferaw/Utuu Sin taanee/New Live Worship on Shakaayinaa Concert

Guutuu Shifarraa || Live Worship || Beetel Jamoo

Guutuu Shifarraa || Live Worship || Beetel Jamoo

Faarfannaa Afaan Oromoo || WALITTI FUFAA || AFAN OROMO GOSPEL SONG || Ethiopia

Faarfannaa Afaan Oromoo || WALITTI FUFAA || AFAN OROMO GOSPEL SONG || Ethiopia

© 2025 dtub. Все права защищены.



  • Контакты
  • О нас
  • Политика конфиденциальности



Контакты для правообладателей: infodtube@gmail.com