Популярное

Музыка Кино и Анимация Автомобили Животные Спорт Путешествия Игры Юмор

Интересные видео

2025 Сериалы Трейлеры Новости Как сделать Видеоуроки Diy своими руками

Топ запросов

смотреть а4 schoolboy runaway турецкий сериал смотреть мультфильмы эдисон
dTub
Скачать

09. Maaliif ta'e laa? | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026

Автор: Jireenyaa fi Dammituu Official

Загружено: 2026-01-26

Просмотров: 1916

Описание:

09. Maaliif ta'e laa? | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026

MAALIIF TA'E LAA ?

Maaliif ta'e laa kun maalif ta'e
Jedhee dhaabate kan of gaafatu namni maaf dhibe
Beekaa fi wallaalaan gadda(cal- jedhee) adeema gaaffiin guutame
humni isaa bu'ee mogolee dhabe (2)
  Waaqayyoon dhaga'uu fi sodaachuutu bara keenya keessa nutti hir'ate malee
Furmanni hunduumtuu harka isaa jira maaltu isa dhiba humna isaa caalee  (2)

Jaalalli badee jibbi wal-hore
Namni jal'ina faana hiriire (2)
Qulqullumaan badee dhaloota cubbuun mancaase
Abboommi kee irra daddarbee
seerakee eeguu itti dhiise
Kun teessoo kee irraa si kaase

  Oh oh waaqayoo(4)
  Gaabbinee gara keetti
  deebina  biyya keenyatti
  araarami siin jenna
  Gaabbinee gara keetti
  deebina saba keenyatti
  araarami siin jenna
  Gaabbinee gara keetti
  deebina dhalootatti araarami
  siin jenna

Beekaan deebi'ee wallaalaa ta'e
Lafti jal'inaa fi yakkaan manca'ee
Namni garaa jabaate kiyyoo cubbuutti wal-galcha
Abboommii keerra daddarbaa
waan barbaadetti harka laachaa
Kun nutti fide dha'icha
  Maal irraa akka kufnee kottaa
  hin yaadanna
  Gara isaatti deebinee qalbii
  diddiirranna
  Fiigichi keenya kun garam   
  laa? dhumni  isaa       
  Dadhabbii duwwamoo
  gonfoo nu baachisa

Oh oh waaqayyoo (4)
Gabbinee gara keetti deebinaa
Biyya keenyatti araarami siin jenna
Gabbinee gara keetti deebina
saba keenyaatti araaram siin jenna
Gaabbinee gara keetti deebina
dhalootatti araarami siin jenna

#Farfannaa Afaan Oromoo #Jireenyaafi Dammituu

09. Maaliif ta'e laa? | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026

Поделиться в:

Доступные форматы для скачивания:

Скачать видео mp4

  • Информация по загрузке:

Скачать аудио mp3

Похожие видео

Jireenyaa fi Dammituu Official Live Stream

Jireenyaa fi Dammituu Official Live Stream

06. Maal hin goone diinnikoo | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026

06. Maal hin goone diinnikoo | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026

Galaana Jaalalaa:- Qarshii Million 42 n dhabe. Mannikoo narratti gurguramuufi.😰😰😭

Galaana Jaalalaa:- Qarshii Million 42 n dhabe. Mannikoo narratti gurguramuufi.😰😰😭

Surprise Guyyaa dhalootakoo | haala ajaa’ibaan surprise tahe !

Surprise Guyyaa dhalootakoo | haala ajaa’ibaan surprise tahe !

ДНК Литвы: Они НЕ Славяне и НЕ Германцы! Страшная правда о происхождении Литовцев.

ДНК Литвы: Они НЕ Славяне и НЕ Германцы! Страшная правда о происхождении Литовцев.

Самая красивая мелодия на Земле? Плакать и отсылать в космос. Эсимде.

Самая красивая мелодия на Земле? Плакать и отсылать в космос. Эсимде.

Faarfattoota dhugaa himan; Xaafaa fi Kaabbee Abdii haaraa/ Kan bara baraa

Faarfattoota dhugaa himan; Xaafaa fi Kaabbee Abdii haaraa/ Kan bara baraa

LIVE | SUNDAY SERVICE |Prophet Meserat Taye ||@araratvworldwide #sanyi January 18, 2026

LIVE | SUNDAY SERVICE |Prophet Meserat Taye ||@araratvworldwide #sanyi January 18, 2026

Альбом “Путь Домой” – Maranatha

Альбом “Путь Домой” – Maranatha

❗ MOCNO! 💥 WOJSKO na ULICACH miasta! ⚠️ KONFRONTACJA pod Warszawą! @24 Polska

❗ MOCNO! 💥 WOJSKO na ULICACH miasta! ⚠️ KONFRONTACJA pod Warszawą! @24 Polska

02. Hiika waan hundumaatu | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026

02. Hiika waan hundumaatu | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026

Jireenyaa fi Dammituu Official Live Stream

Jireenyaa fi Dammituu Official Live Stream

07. Rafee Yemmuun ka'u  | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026

07. Rafee Yemmuun ka'u | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026

farfannaa harawa. salamon alemuu

farfannaa harawa. salamon alemuu

DAWIT MORKA

DAWIT MORKA

Faarfannaa Durii walitti fufaa P5

Faarfannaa Durii walitti fufaa P5

farfannaa hojechuuf  fedhaan qaba garuu nama na deegaru hin qabuu/F/tu Haannaa Dalasaa

farfannaa hojechuuf fedhaan qaba garuu nama na deegaru hin qabuu/F/tu Haannaa Dalasaa

|FURTUU JEENNATAA KOO|FAR.MILKIYAS BAQATO|NEW ETHIOPIAN GOSPEL SONGS]

|FURTUU JEENNATAA KOO|FAR.MILKIYAS BAQATO|NEW ETHIOPIAN GOSPEL SONGS]

Halleluyaa . Abdi (New gospel song ) #Halleluyaa

Halleluyaa . Abdi (New gospel song ) #Halleluyaa

01. Yooman baasee fixe | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026

01. Yooman baasee fixe | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026

© 2025 dtub. Все права защищены.



  • Контакты
  • О нас
  • Политика конфиденциальности



Контакты для правообладателей: infodtube@gmail.com