Популярное

Музыка Кино и Анимация Автомобили Животные Спорт Путешествия Игры Юмор

Интересные видео

2025 Сериалы Трейлеры Новости Как сделать Видеоуроки Diy своими руками

Топ запросов

смотреть а4 schoolboy runaway турецкий сериал смотреть мультфильмы эдисон
dTub
Скачать

Dogogora waa'ee kintaarootii hawaasa keessa jiru.

Автор: Dr. Yom Bashana

Загружено: 2025-03-25

Просмотров: 6934

Описание:

#dhukkubni kintaarootii maali?# Afaan#oromoootiin#
#Kintaarootiin:- Ujummolee dhiiga-deebisaan(Veins) gurmuun naannoo teessuma/hudduu keenya keessatti Uumaaman argaman wantoota garaagaraa kanneen akka dhufuu fi bobbaa keenya to'achuuf nu fayyadanidha.
DHIBEEN KINTAAROOTII MAALIRREE?
Dhibeen kun Ujummoleen armaan olitti jenne yommu dirri isaanii diriruudhaan Ujummoleen kun dhiigaan guuttamun dhiigni isaan keessa jiru achiitti waliitti qabamuun dhita'uu darbees mada'uun naannoo qaama gad taa'uumsa /hudduu irratti muldhatu ykn keessan gad bahu jechudha .
GOSOOTA
Bakka/iddoo ta'umsa isaa sarara "imaginary" ta'e 'dentate' jedhamu irratti hundaa'un #dr
1.Kintaarootii keessoo;sarara kanaa ol
2.Kintaarootii alaa; sarara kanaa gad
3.Kintaarootii makaa; lachuu
Akkasumas Kintaarootii keessoo kana sadarkaa inni (dhiitaan uumaame) qaama taa'umsa keessaan gad bahe irratti hundaa'un:-
A. Sadarkaa 1ffa:- osoo gad hin bahiin gara ulaa munneetti kan fullaa'u
B. Sadarkaa 2ffa:- dhiitaan yeroo bobbaa baanu gad bahee ofii isattii kan ol deebi'u
C. Sadarkaa 3ffa:- dhiitaan yeroo bobbaa baanu (iitannu) darbee darbees ofi isatti gad bahee harka keenya ykn wanta biroo fayyadamun kan ol deebi'u
D. Sadarkaa 4ffa:- dhiitaa takka gad banaan yeroo dheeraadhaaf osoo ol hin deebi'in achuuma turu.
Wantoota dhibee kanaaf nu Saaxilan
👉Furdinna garmalee ta'e
👉Gogiinsa garaa ykn baasaa yeroo dheeraadhaaf nurra ture.(Chronic Constipation or Diarrhea)
👉qufaa yeroo dheeraadhaaf nama irra ture
👉Mana fincaani bobbaa taa'uf deemne yeroo dheeraa fi baay'isaani iitanuu.
👉Wantoota garaa keenya bokoksaan/dhiteessan kanneen akka dhukkuba tiruu, Ulfa , Kanseeri tokko tokko
👉Infeekshiini taa'umsa keenyaa deddeebi'ee nu qabe
👉Bishaan gahaa dhuguu dhiisuu
👉Nyaata kuduraa fi muduraa garaagaraa nyaachu dhiisuu
👉 Dhukkuba Sukkaaraa qabachuu
👉Alkoolii baay'isaani dhuguu
👉Bobbaan yoo nutti dhufee sa'a dheeraadhaaf qabanne turuu
👉Walqunnamtii saalaa qaama taa'umsattiin gochuu
👉Umrii; yeroo baayyee namoota umriin isaanii 18 fi isaa ol ta'an
👉Saala:- saala lachuu irratti qixeedha
MALLATTOOLEE
Mallattooleen dhibee kana gosoota isaa irratti hundaa'a
👀DHIBEE KINTAAROOTII ALAA
🙈 Dhiigni diimaa "fresh" ta'e yeroo mana fincaani deemne bobbaa baanu, bobbaa, waraqaa ykn sooftii ittiin qulquulloofane irratti argu.
🙈Dhukkubbiin teessuma/hudduu keenyatti nutti dhagahamu,Keessattu yeroo bobbaa baanu ykn teenyu.
🙈Naannoon teessuma/hudduu nama hooksisuu/hossisuu
🙈Darbee darbee sagaraan/bobbaan to'anna malee ofumaa gadi ba'uu.
🙈Dhiitaan qaama taa'umsa irratti muldhachu
🙈Yeroo tokko tokko dhiitaan micciramee ykn guduunfaame akkasumas dhiigni ittitun Ujummoo dhiigaa naannoo san jiru cufuun dhukkubbiin baayyee hamaa ta'e tasa nutti dhagahamuu danda'a
🙈 Dhiigni dhiigu kan yeroo dheeraa nurra ture yoo ta'e hir'inna dhiigaattif waan nu saxiluu danda'uf mallattooleen hir'inna dhiigaa muldhachu danda'a
👀DHIBEE KINTAAROOTII KEESSOO
🙈Yeroo baayyee yoo akka tasaa micciramee malee dhukkubbii hin qabu.
🙈 qaama teessumatin dhiiguu
🙈 dhiitaan qaama teessuma irratti muldhachu ykn miiri akkasii nutti beeksisu kun immoo akkuma dura jenne sadarkaa irratti hundaa'a.
YAALA
Yaalli isaa gosoota fi sadarkaa dhibee kana irratti hundaa'a
Innis yoo dhibee Kintaarootti keessoo sadarkaa 1ffa fi 2 ffa ta'e wantoota armaan gadi mana keenyatti gochuu ni dandeenya
🙏Bishaan hoo'isuun ashaboo fal'aana 2/3 itti naquun ega bulbulaame booda hanga daqiiqaa 20 qaama teessumatin guyyaatti yoo xiqqaate al 2( ganama fi galgaala) keessa taa'uu
🙏Cuunfaa loomii ykn qullubbi adii itti dibuu
🙏Yoo kan argattan ta'e guyyaatti yoo xiqqaate al 3 Cabbii iddoo taa'umsatti qabuu
YOOM MANA YAALAA DEEMUU QABNA?
✍Kan armaan olitti jenne kana hundaa goonee yeroo dheeraadhaaf yoo nu dhiisuu baate
✍Dhukkubbiin baayyee hamaa ta'e tasa dafee nutti yoo dhagahame
✍ Gosoota dhibee Kintaarootii keessoo sadarkaa 3ffa,4 ffa fi Kintaarootii alaa yoo ta'e.
🤜Mana Yaalaa yoo deemne ogeessii fayyaa keenyaa gosa fi sadarkaa irratti hundaa'un Qorichoota garaagaraa nu kennu darbees hanga murtee yaala baqaqsaanii hodhuus gahuu danda'u.
ITTISA
🗣Bishaan gahaa dhuguu
🗣Sochii qaamaa gochuu
🗣Bobbaa dabarsuu dhiisuu
🗣Kuduraa fi muduraa garaagaraa nyaachuu fknfraafuu ,dinnicha,talbaa,garbuu,baqelaa,atara,ocholonii,burtukaana,loomii,avokaadoo fi muuzii fa'a
🗣Mana fincaani yoo deemne qulqulleefachuuf bishaan fayyadamuu.
🗣Bobbaa yoo baanu iitaanu fi mana fincaani irra turuu dhiisuu

Dogogora waa'ee kintaarootii hawaasa keessa jiru.

Поделиться в:

Доступные форматы для скачивания:

Скачать видео mp4

  • Информация по загрузке:

Скачать аудио mp3

Похожие видео

Февзие Куртнебиева знает старый метод вправления пупка «гобек къоймакъ»

Февзие Куртнебиева знает старый метод вправления пупка «гобек къоймакъ»

⭕️  Dhukkuba Baasur ( Kintaarot) maali ?   :- 👨‍⚕️Dr Burqaa MuhammedSani

⭕️ Dhukkuba Baasur ( Kintaarot) maali ? :- 👨‍⚕️Dr Burqaa MuhammedSani

Это Очищает Кишечник От Газов И Кала Лучше Любого Лекарства

Это Очищает Кишечник От Газов И Кала Лучше Любого Лекарства

Kintaarotii fi fala isaa

Kintaarotii fi fala isaa

Ispeermiin erga qaama dubartii seenee maaliif alaatti baha?( why sperm leak out from vagina?)

Ispeermiin erga qaama dubartii seenee maaliif alaatti baha?( why sperm leak out from vagina?)

Yeroo walqunnamtii saalaa dafanii sanyii dhiiraa(sperm) dhangalaasuu

Yeroo walqunnamtii saalaa dafanii sanyii dhiiraa(sperm) dhangalaasuu

KINTAAROOTII

KINTAAROOTII

Жетимдиктин азабын тарткан Кубанычбек

Жетимдиктин азабын тарткан Кубанычбек

AAFIYAA: Dhukkuba Kintaarotii/Hemorrhoids

AAFIYAA: Dhukkuba Kintaarotii/Hemorrhoids

Dhuguma qaama saalaa dhiiraa guddisuun ni danda'ama? Xiqqoodha kan jedhamu hamam yoo ta'eedha?

Dhuguma qaama saalaa dhiiraa guddisuun ni danda'ama? Xiqqoodha kan jedhamu hamam yoo ta'eedha?

Ulfa baasuu

Ulfa baasuu

Tiruu keenya maaltu akka hojiin ala tahugodha ?Dooktara Koo turtii  Dr Gurmeessaa waliin goone

Tiruu keenya maaltu akka hojiin ala tahugodha ?Dooktara Koo turtii Dr Gurmeessaa waliin goone

Dhukkuba garaachaa || Dypepsia

Dhukkuba garaachaa || Dypepsia

KINTAAROTII

KINTAAROTII

Faayidaa

Faayidaa "irdii"(turmeric)fuula keenyaaf.

Akka Ishee Qaamakootti Galcheen Du'een Oole

Akka Ishee Qaamakootti Galcheen Du'een Oole

Dhibeen ASMII nama miliyoona hedduu galaafachaa jira | Turtii Dr Shimellis waliin goone part 1

Dhibeen ASMII nama miliyoona hedduu galaafachaa jira | Turtii Dr Shimellis waliin goone part 1

Jeeqamuu marsaa laguu(Abnormal menses,AUB)

Jeeqamuu marsaa laguu(Abnormal menses,AUB)

VIAGRA (QORICHA QAAMA SAALAA KAASU/DHAABU)

VIAGRA (QORICHA QAAMA SAALAA KAASU/DHAABU)

Dubartiin tokko erga peeredin itti dhufee guyyaa meeqa booda ulfoofti?

Dubartiin tokko erga peeredin itti dhufee guyyaa meeqa booda ulfoofti?

© 2025 dtub. Все права защищены.



  • Контакты
  • О нас
  • Политика конфиденциальности



Контакты для правообладателей: infodtube@gmail.com