Yeroo Jaalalaa | Hiriyaa keenyatu jaalala kiyya diige
Автор: OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Загружено: 2025-05-04
Просмотров: 22442
Yeroo Jaalalaa
#yeroojaalalaa
#jaalalaaf
#yeroojaalalaaOBN
#mudannoojaalalaa
nama ani amanu hiriyaa kiyyatu jaalalleekoo waliin addaan nubaase.
viidiyoo kanarraa dargaggeessa jaalalaan miidhamefi jaalallee isaa qaamni sadaffaa gidduu seenuun akka gargar bahaniif sababa ta'uu hima. guutuu viidiyichaarraa bu'aa ceehii jaalalaa keessa jiru hedduu irraa barattu.
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: