Galma Amantii Waaqeffannaa Rimeettii Waxabajjii 10/2025 gubate.
Автор: Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa
Загружено: 2025-07-31
Просмотров: 2415
Hordoftoota Youtube Channel Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa;
Armaan dura waa'ee gubachuu Galma Amantii Waaqeffannaa Rimeettii fi Qurquraa kan Godina Harargee Lixaatti raawwatame Miidiyaa Hawaasummaa Dhaabbata keenyatiin gabaasaa turree jirra.. Waraabbii viidiyoo ta'ii sana ibsu kana isiniif maxxansinee jirra.
Hordoftootni Amantii Waaqeffannaa, Hoggansi haqa barbaaduufi baasuuf xiyyeeffannoon hojjachaa akkuma itti fufetti jiraachuu isin beeksisaa haaluma duraan tureen bu'aa taatee kanaa obsumaan akka nu hordoftan isin yaadachiifna.
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: