Hojiilee Misoomaawwan Aanaa Miidhagaa Tolaa Keessatti hojjatamaa jiran
Автор: OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Загружено: 2024-06-21
Просмотров: 520
Aanaan Miidhagaa Tolaa Aanaalee godinaa Harargee bahaa keessaa tokko taatee, magaala dabalatee Araddoota baadiyya 18 fi magaalota 2 kan qabduudha.
Kaabaan Aanaa Fadis, dhihaan aanaa Giraawaa, Kibbaan Aanaa Mayyuu Mulluqqeefi naannoo Somaaleettu daangessa. Aanaan kun Magaalaa Hararirraa km 56rratti kan argamtuudha.
Haallii qilleensa Aanaa kanaa irra jireessaan gammoojjii ta`ee, Ummanni Aanichaa harki 65 ta`uu horsiifatee bulaadha. Harki 30 kan ta`u immoo qonna gammoojjiirratti kan hirmaatee hojjata. Oomishaaleen Boqqollo, bishingaa, loozii, barbareen ballinaan Aanaa kanatti Oomishamu.
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: