Популярное

Музыка Кино и Анимация Автомобили Животные Спорт Путешествия Игры Юмор

Интересные видео

2025 Сериалы Трейлеры Новости Как сделать Видеоуроки Diy своими руками

Топ запросов

смотреть а4 schoolboy runaway турецкий сериал смотреть мультфильмы эдисон
dTub
Скачать

SODAADHEERA Geremu Terefu New Afaan Oromo Gospel Song 2025

Автор: YEEDALOO MULTIMEDIA

Загружено: 2025-11-18

Просмотров: 1363

Описание:

Sodaadheera an bara kana darbuuf jedha baayyota nyaatee
Baayyonni ammayyuu hin argine barruukee Isa mismaarri nyaate
Sababiinni guddaan anaadha salphiseera dhugaa manakee
Maal ta'inna laataa dhumnikoo situ beeka guyyaa dhufakee

Naaf ho'i (3) cubbuunko  baayyeedha
Kan sitti iyyaa jiru ana Isa cubbuu hojjeteedha
Utuma galmeessuu harki ergamaa dadhabeera
Gaafa na ilaalu leyya'ee afaan qabateera

Ana Isa manakeet guddateetu tuxxuqaa madaa cinaachakee
Anoo boqonnaa siifin kennu attamit na baate barruunkee
Fuulakee dhaabadhee sin sobu hubadheera akkan si yakkee
Adaraa na maari na maari cubbamaat dhiyoodha mannikee

Ulfa cubbuu baadhee deemuutu akka qocaat na adeemsise
Amallikoo baayyee hamaadha orma gidduuttan si salphise
Urgaa'ee yoom namoota waamaa jireenyikoo inni hadhaa'ee
Arguudha kadhati garaakoo jireenyaa cubbuuttii qullaa'ee

SODAADHEERA Geremu Terefu New Afaan Oromo Gospel Song 2025

Поделиться в:

Доступные форматы для скачивания:

Скачать видео mp4

  • Информация по загрузке:

Скачать аудио mp3

Похожие видео

Buddeen Jireenyaa Sanbato Gofar || New Gospel Music Video 2018/2025

Buddeen Jireenyaa Sanbato Gofar || New Gospel Music Video 2018/2025

Джем – SODAADHEERA Geremu Terefu New Afaan Oromo Gospel Song 2025

Джем – SODAADHEERA Geremu Terefu New Afaan Oromo Gospel Song 2025

Yaa Gaddaa baqatumaa sirbaa Afaan oromoo #new_Oromoo

Yaa Gaddaa baqatumaa sirbaa Afaan oromoo #new_Oromoo

Henook Amantiidhaan || Guluma Gofar || New Afaan Oromoo Gospel Music Song || 2018/2026

Henook Amantiidhaan || Guluma Gofar || New Afaan Oromoo Gospel Music Song || 2018/2026

Джем – Afaan Oromo Gospel Song

Джем – Afaan Oromo Gospel Song

Yaa Tsiyoonii Tiyya | Sing.Roba Aman

Yaa Tsiyoonii Tiyya | Sing.Roba Aman

Jaalala Kee | Singer Yohanis Tolesa | New Amazing Oromo Gospel Song | Faarfannaa Afaan Oromoo

Jaalala Kee | Singer Yohanis Tolesa | New Amazing Oromo Gospel Song | Faarfannaa Afaan Oromoo

Fayyina Ajaa'ibsiisaa Waaqayyoo  Godhu Karaa Namasaa #Ergamaa Zawuduu Namarra!

Fayyina Ajaa'ibsiisaa Waaqayyoo Godhu Karaa Namasaa #Ergamaa Zawuduu Namarra!

Ani Siin qabaafan hiixadha

Ani Siin qabaafan hiixadha

MADAA MALEE || Singer: Dasalegn Dula

MADAA MALEE || Singer: Dasalegn Dula

Faarfannaa Durii walitti fufaa P5

Faarfannaa Durii walitti fufaa P5

Lubni Qajeelummaa || Guluma Gofar || New Gospel Music Song || 2018/2026

Lubni Qajeelummaa || Guluma Gofar || New Gospel Music Song || 2018/2026

Bu'aa naaf qaba:Natnael Tamene new afan oromo cover song#worshipsongs#new#protestant

Bu'aa naaf qaba:Natnael Tamene new afan oromo cover song#worshipsongs#new#protestant

NAMA AJAA’IB || DAWIT NIGATU || NEW OROMO GOSPEL SONGS

NAMA AJAA’IB || DAWIT NIGATU || NEW OROMO GOSPEL SONGS

Faarfannaa Afaan Oromo Durii Eliyaas Darajjee#0924496747#

Faarfannaa Afaan Oromo Durii Eliyaas Darajjee#0924496747#

BISHAAN ARAARAA//// Sing PHAWULOS TADASE // KOOLUU TV YOUTUBE

BISHAAN ARAARAA//// Sing PHAWULOS TADASE // KOOLUU TV YOUTUBE

"NAN CARROOME" SINGER SOLOMON ALEMU New Afaan Oromo Live Worship @yonatanakliluofficial

[KARAA JEENNATAA]FAR.MILKIYAAS BAQATO][NEW ETHIOPIAN GOSPEL SONGS]

[KARAA JEENNATAA]FAR.MILKIYAAS BAQATO][NEW ETHIOPIAN GOSPEL SONGS]

Addisu waayimaa Faarsa kadhanaa  @2016

Addisu waayimaa Faarsa kadhanaa @2016

ABDIIN JIRA!

ABDIIN JIRA!

© 2025 dtub. Все права защищены.



  • Контакты
  • О нас
  • Политика конфиденциальности



Контакты для правообладателей: infodtube@gmail.com