YEROO MIDROC || Teessoo Istaadiyeemii Dhaabbanni MIDROC OOMISHU ||
Автор: OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Загружено: 2024-11-18
Просмотров: 3490
YEROO MIDROC || Teessoo Istaadiyeemii Dhaabbanni MIDROC OOMISHU ||
Qophiin Yeroo MIDROC OBN MIDROC Investment Group waliin ta’uun qopheessu yeroo hunda Jimaata galgala sa’aatii 2fi daqiiqaa 20rraa eegalee daawwattoota bira gaha. Kan torban kanaatiin sagantaa Dhaabbata teessoo Istaadiyeemii oomishuufi Gaazii abidda dhaamsu guutuun beekamu Addis Gaz&Plastic irratti xiyyeeffanna. Oduuwwanii fi oomisha dhaabbilee IDROC keessaa tokko Hoodhaa kan itti isiniin jennus akkasuma hammateera.
Hordofaa!
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: