Abu Muaz: Maariyam gabrittii Waaqayyooti | Garee Shahaadaa
Автор: Daandii Hidaayaa
Загружено: 2026-01-16
Просмотров: 531
#live #gareeshahaadaa #oromodawa #islamtv #abumuaz #tiktok #husu #habesha #habeshatiktok #ethiopia #ethiopian #ethiopiantiktok #oromia #oromo #oromotiktok #new #newethiopia #neworomo #raayyaaabbaamaccaa #sheikhaminibro #nashida #afaanoromoo
Chaanaalli Daandii Hidaayaa kun barnoota Islaamaa dhugaa fi bu’uura Qur’aanaa fi Sunnah irratti hundaa’e hawaasa biraan gahuu irratti hojjechaa jira. Wanti addaa taasisu, amantii Islaamaa ibsuu qofaa osoo hin taane, waa’ee amantiiwwan biroos ilaalchisee walbira qabuun hubannoo bal’aa fi sirrii kennuuf ni yaala.
Chaanalii Kana irratti:
📖 Barnoota Amantaa Islaamaa
🤝 Amantiiwwan gara garaa walbira qabuun dhugaa karaa Rabbii tokkichatti nama yaamuuf ni hojjanna
📚Seena Nabiyyoota fi Seenaa Sahaabota
💬 Mariiwwan amantii irratti xiyyeeffatan fi ibsawwan iftoomina qaban
Chaanaala keenya Subscribe gochuun beekkumsaa dhugaa nu waliin qooddadha.
☝️Amantaan dhugaa amantaa Islaamaa qofa!
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: