Prezidaant Donaald Tiraamp Pirezdaantii Yukireen Wajjin Marii Taasisan
Автор: VOA Afaan Oromoo
Загружено: 2025-02-28
Просмотров: 11919
0:00 Qophii Jimaata harraa keessatti
1:00 Lammiilee Itiyoophiyaa Taayilaand Keessatti Qabamanii Jiran Gara Biyyaatti Deebisuuf Akka Hojjetaa Jiru Mootummaan Itiyoophiyaa Beeksise
2:45 Ministiriin Dhimma Alaa Raashiyaa Kamisa Tarkii Keessatti Aangawoota Biyya Isaanii Fi Kan Yunaayitid Isteetis Gidduutti Geggeessame 'Bu'a Qabeessaa Tahuu Dubbatan
5:36 Muummichi Ministeraa Biriiteen Dhimmaa Nageenyaa Fi Daldalaa Irratti Prezidaant Donaald Tiraamp Wajjin Marii Taasisan
Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: