Live - Barnoota Web Development - Afaan Oromo’n – Kutaa 2ffaa - HTML'n Maalidha?
Автор: Yoh-tech Solutions
Загружено: 2025-10-23
Просмотров: 99
Barnoota Web Development Afaan Oromo’n – Kutaa 2ffaa kana keessatti, HTML maal akka ta’e, eenyu akka uume, akkasumas HTML5 maal akka fakkaatu walin baranna.
Vidiyoon kun kutaa lammaffaa barnoota keenya ti — yoo kutaa tokkoffaa hin daawwane, dura daawwadhaa!
• Web Development Afaan Oromoo’n | Tools fi ...
Video kana keessatti web page keessan jalqabaa ijaaruuf qophii ta’a! 💻
#AfaanOromo #WebDevelopment #HTML5 #LearnInAfaanOromo #Yoh-tech Solutions #CodingInAfaanOromo #WebDesign #BarnootaTeknolojii #Kutaa2ffaa
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: