Inisheetiivii Qonna Magaalaa Dambii Dolloo
Автор: Dambi Dollo University Community Radio
Загружено: 2025-11-24
Просмотров: 101
Qonna Magaalaa, Fayyadamummaa uummataaf!
Dambi Doolloo!!!
Biyyaa Oliiqaa Dingil,
Biyya Eebbisaa Addunyaa
Biyya Goototaa Biyyaa haayootaa,
Qellem Wallaggaa,
Biyya sabbontotaa Biyya qabsa'otaa!! Dambi Doolloon magaalaa umurii dheeraa jaarra tokko oli qabdu, Biyya magariituu qabeenya uumamaan badhaate! Dambi Dolloo biyyaa gadameessi ishee miidhagaa, gootaa, haayyuu, sabbonaa qofa hortee. Dachee Waaqni eebbisee uumee, annanii fi dhadhaa, Bunaa fi urgooftuu, ukkaamsaa fi caccabsaa, qillensaa mijataan badhaatee. Magalaa seena qabeettii!! Magalaa Oromootaa! Magaalaa sabaa fi Sab lammii!! Magaalaa saba addunyaa!! Namni ishee argee marti kan mararfatu.
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: