Gemechis Adugna BISSII new Afan Oromo music 2025!
Автор: Guuboo Entertainment
Загружено: 2025-08-21
Просмотров: 54481
BISSII
Danboobduu kaawoo tuulamni eegaa
Si argachuufan marmaare beekaa
Lellistuu Gadaa biqiltuu Odaa nabee
Rufoo tuulamaa jiituu maatabee
Shuruftaan fooliisheetii
Halaalaa yoo na waamuu
Odaa nabeetin deema
Birbirsaaf faajii dhaabuu
Malkaa saddeeqaa ce'een
Si eegaa qilxuu gachiitti
Wiirtuutti jila yaanaa
Bachoo jiillee daaccii
Ayyaanaan natti aantee
Bissii bissii
kuullee sirnaan kuulanii
Rufoo Bissii
Shurrubbaan jigee biissii
Bissii bissii
Dhaabbannishee leemmanii
Rufoo bissii
Yaa adda dureettii
Bissii bissii
Nuura beektuu sirnaa
Rufoo bissii
Tulamtittii tiyyaa
Bissii Bissii
Tuula duudhaa biyyaa
Rufoo Bissii
Bissii bissii
Rufoo bissii
Namoo dooyyoo Lallaabee
Gaaddisa eebbaan saaqaa
Cangaree korbee hayyicha
Dhangalaase seera haqaa
Abba seera caffee tumaaa
Gurraacha Afaan Waaqaa×2
Dabareen Seenaa tiksaa
Iitti hin laafu dhaloonni
Duudhaa Keenya Ganamaa
Of Ta'uudha Qaroomni
Ayyaanni Abbaa Oromoo
Nu Hoofkalcha Boroonii×2
Kiloleef har-sadeetti
Bissii bissii
maganee siif kakadha
Rufoo bissii
An uumamuma kooti
Bissii biissii
Safeffattuun jaalladha
Rufoo Bissii
Jiituu faana faatii
Bissii bissii
seenaa warrakee ulfoo
Rufoo bissii
Sanyii waliin facaafna
Bissii bissii
waaq-aanfattuu kurfoo
Rufoo bissii
Bissii bissii
Rufoo bissi ...
Guuboo Entertainment irratti hojiiwwan Bohaarsoof BashannansiisooTa'an Waan Argattaniif Like Share Subscribe Gochuun Maatii Nuuf Ta'aa !
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: