⭕️ Natti Dumessus Samini “በእኔ ቢጠቁር” Faarfattu Fasika Makonin Orthodox
Автор: አኮቴት - Akotet Tube
Загружено: 30 дек. 2023 г.
Просмотров: 21 826 просмотров
Natti dumessus samini
+++
Natti dumessus samini
Natti dhittullee aduuni
Qileensaani kan hin dhaamne dungoon koo
Iyasusi afuurri jireenyako
Qileensaani kan hin dhaamne dungoon koo
Kiristoosi afuurri jireenyako
+++
Isatti of kennetan ba’aa
Isatti hirkadheetan galaa
Egdu dhoksaa qaba naafu
Bara kootti anaan kan na egu
Anaaf ifakooti waaqayyooni
Kan na sodaachisu Kan na naassisu enyu?
++++
Biyya ormaa ta’ee qofaakoo
Fira naaf ta’e abbaankoo
Kiristoos anaf jirenyadhaa
Isatti of kennetan jiraadhaa
Kan sodhaadhu hin jiru barakootti
Ifa jireenyakoo anaaf waaqa kooti
++++
Anaan hin kennu dinatti
Hin angomu duti narratti
Mara Kan na egu goftaadhaa
Kan natti darbu dina kamidhaa
Dhigatu mullataa saanqaa manakooirratti
kan addan na baasu enyu waaqakoo irra
+++++
Kunoo na dhaabe manasaa anan na ege afuurrisaa
Anan kabajuuf inni of kenne
Na bite goftaan du’a koo du’e
Maqaasaaf haa bitamu fonkoof afurkoo
Isaan waan ta’efi yonaanis ga’unkoo

Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: