Bara harawa yaada haraawan simachuu
Автор: Chala Tube
Загружено: 2025-09-08
Просмотров: 143
Baga bara haaraa 2018 nagaan nu gahe! Barrii haaraan kun bara haaraa qofa miti, carraa haaraas hedduu qaba. Yeroo darbe irraa barachuu fi gara fuulduraatti tarkaanfachuuf carraa nuuf kenna. Namni hundi yeroo barri haaraa dhufu ‘sirriitti ofiin jijjiirama’ jedha, garuu jijjiirama dhugaa fiduuf sirrittii qophahu fi hojii keenya jijjiiruu qabna. #gamadashow #afaanoromoo #oromocomedy
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: