Guta Teklu - Mana Kee Keessa - (Feat. Fenan Befkadu And Moti Taresa) | Afaan Oromoo Gospel Song
Автор: Guta Teklu
Загружено: 2021-08-14
Просмотров: 221125
#SUBSCRIBE #LIKE #SHARE
'' Ani Waaqayyoon waan tokkicha nan kadhadha, isas argachuu nan barbaada; innis, bara jireenya koo hundumaa mana Waaqayyoo keessa jiraachuu, gaarummaa Waaqayyo hojjetu ilaaluu, mana qulqullummaa isaa keessattis isa yaadachuu dha.'' Faar 27:4
Fedhi koo inni guddaa
Yeroo hundaa yaadni koo
Kadhata an kadhadhu
Dura keeti Waaqa koo
Mana kee keessaa jiraachuu barakoo
Obdii “
Yaada “
Maaliif nan hin jeettu deebi argateetti
Lubbuun koo sababa qubsaan siif jiraatti
Ulfina kee arguutu nama boqochiisaa
Ba’aani ol galuu ayaana kee keessaa
Iddoo biraa guyyaa kuma dabarsuurra
Godoo ormaa keessatti gammachuu argamu irra
Balbala mana kee ijaajjuun fo’adha
Dubbi kee jireenyaa achittan argadha
Eenyu nagaa argate eenyutu boqote
Kan ba’ee si dhiise dugda sitti gatee
Yeroof waan tottolu namatti fakaatuyyu
Burqaa quufa hin qabne dheebu yeroo hundaa
iyyu.
Kaayyoo fayyinaa qabdaa
Kaayyoo jaalalaa qabdaa
Kaayyoo araaraa qabda Yesus ati anaaf
Kaayyoo jiraataa qabdaa
Kaayyoo ulfinaa qabdaa
Kaayyoo guddinaa qabdaa
Fayyisaa koo
Qoricha koo eenyu akkas naan ta’u
Jaallanaan ni jaal’atta
Haala yoom fakkaatta
/ naaguti
/ gutateklu
Personal email --- [email protected]
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: