Cina Tiyya dhaabaachun kee... Singer Indriyas Muse/ LJR TV APOSTLE DEREJE BESHA /Amazing Worship
Автор: LJR TV APOSTLE DEREJE BESHA
Загружено: 2025-10-20
Просмотров: 211
Waldaa Kiristiyaanaa Leenca Yihuudaa Rehooboot Addunyaalessaa (LJRTV). Toorri Sagantaa Keenyaa DILBATA GUYYAA GUUTUU:- Yeroo Waaqeffannaa, Yeroo Barsiisa Sagalee Waaqayyoo, Yeroo Kadhataa fi Bilisa ba'uu, Lubbuu haaraaf yeroo waamichaa. ROOBII GUYYAA GUUTUU:- Yeroo Fayyinaa, Yeroo Waaqeffannaa, Yeroo Lallabaa, Yeroo Kadhataa fi Namoota dhibee Garaagaraa Qabaniif Akkasumas Biyya Keenyaaf Guyyaa Itti Kadhatamu Guyyaa Fayyinaati. Tajaajila Mana Keessummaa(Guest house)tiif Lakkoofsa Bilbilaa 0907611111,0909914335.
ERGAMAA DARAJJEE BASHAA.Nu waliin hojii wangeelaa hojjechuu kan barbaaddan mul'ata kana deeggaruu kan barbaaddan, Baankii Daldala Itiyoophiyaa 1000602440404 Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa 1000089221165 Baankii Birhaan 2503630141503 deeggaruu ni dandeessu. LJR TV EthioSat irratti nu argattu .FREQUECY 11545 SYMBOL RATE 45000 POLARIZATION H Tajajiila sa'aatii 24 kennuu irratti argama. Dabalataan sagantaa keenya karaa Social Media youtube irraan፦ LJR TV Worldwide : Tiktok:- @Ljr Tv channel . Facebook Ljr Tv Apostle Dereje Besha , Instagram Ljr Tv Apostle Dereje Besha jettani follow share subscribe gochuun nu hordoofu dandeessu. Teessoon Keenya Magaalaa Bishooftuu Geet-Sheet Irraa Immaa Guest House Meetira 500 Keessa Ol Seennee Argamna. LEENCA YIHUUDAAF WANTI HUNDUU NII DANDAA'AMA!
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: