Nan Goone Namaa Kolfaa // Faarfataa Solomon Alamuu // Worship salamon // Prophet Abas Hamza
Автор: Prophet Abas Hamza Official
Загружено: 2025-08-21
Просмотров: 13765
Yeroo Waaqeffannaa Farfataa Solomon Alamuu Faana
Ammaa yerootti, Waaqayyoon waaqeffannaa fi faarfannaan huumaa keenya ittiin jajanuduaa. Faarfannaa kun, "Nan goone nama kolfaa," Farfataa Solomon Alamuu tiin waaqefatameedha (worship), Hafuuraan tanee yeroo itti waaqessinii fi Waaqayyoo galata ittiiin galchinudhaa.
Farfannaa Solomon Alamuu, farfattoota saba biratti fudhatamaa qabaan keessa isa tokkoodhaa, akkasumaas saba biraatti jaalatamaa ta'eedhaa. Waaqeffannaa (Worship) kana akka ittiin eebifamtaan sin affeererraa.
Viidiyoon kana irratti yerootti farfataa salamon alamuu walii ittiin waaqeffannu ta'aa, Hanga dhumaatti dawachuun hirmaatuu waaqeffanichaa ta'aa.
📞 Tajaajila kana gargaarufi Prophet Abas Hamza tiin dhuunfatti akka sinii kadhatamuu yoo barbaadan, WhatsApp irratti nu qunnamaa: +251913532731
🙏 LIKE, SHARE, SUBSCRIBE gochuun viidiyoo kana akka namoota hedduu bira ga’u taasisaa.
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: