Furmaati Biyyattii kanaa maali?
Автор: Robsan Mako (R Media)
Загружено: 2021-07-20
Просмотров: 160
Maree L.Dr. Hambisaa Balinaa woliin haala yeroo irratti taasifne
-Ipaayerri Itopiyaa caccabuu qaba!
-Lola Amaarri gochaa jiru lola "ristii" babal'ifachuuti!
-Lola Tigray lolaa jiru lola haqaati!
-Lola Oromoon bilisummaa isaatiif gidhu lola haqaati; sagaleen waaqayyoo nudeggera!
-Nagaa buusuuf amma iyyuu carraan jira, furmaatas ofharkaa qabna
Maree bareedaa nuti L. Dr. Hambisa Belina woliin goone kunoo chanalii youtube keenya irraan isinii dhihaateera! Chanalii keenya immoo subscribe gochuu hindagatiinaa!
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: