Afaan Arabaa Afaan Oromoon kutaa 7 | Ajajoota Kinuunsituu Daa'imaaf kennamu | Arabic in Afan Oromo
Автор: Abdi Academy
Загружено: 2025-11-19
Просмотров: 127
Afaan Arabaa Afaan Oromoon Kutaa 7 | Ajajoota Kunuunsituu Daa’imaaf Kennaman | Arabic in Afan Oromo | Child Care Command Expressions | Abdi Academy
Barnoota Afaan Arabaa keessatti, kutaa kana keessatti Ajajoota Hojjattuu Manaatiif Kennaman (Home Chore Commands) baranna.
Barnootni kun Afaan Arabaa fi Afaan Oromoo waliin wal-bira qabee kan ibsu waan taʼeef, barattoota, hojjattoota manaa, akkasumas namoota Afaan Arabaa jalqabuuf fedhii qaban hundaaf salphaa fi hubatamaa dha.
👉 Sagaleen, hiikni, fi itti fayyadamiinsi jechootaa haala salphaan dhiyaata.
✅ Kan Isin Barattan:
📘 kutaa 7ffaa barnoota Afaan Arabaa Afaan Oromoon kana keessatti Ajajoota Kunuunsituu Daa’imaa (Child Care Commands) baranna. Barnoonni kun daa’ima tiksuuf, tajaajiluuf, taphachiisuuf, nyaachisuuf fi qulqulleessuu keessatti baay’ee si fayyada.
📚 Maaltu keessa jira?
Jechoota fi ibsawwan Ajaja Daa’imaaf kennaman
Hiika Afaan Oromoo fi Afaan Arabaa waliin
Akkaataan dubbifamtii (pronunciation) salphaan
Fakkeenya amaloota guyyaa guyyaa
Barnoota dabalataa tajaajila manaa fi daa’ima tiksuu keessatti si gargaaru
🎯 Eessatti fayyada?
Daa’ima keenya waliin haasa’uuf
Arabiffa barachuuf jalqabuuf
Daldaltoota, hojjettoota manaa, tajaajiltoota daa’imaa fi maatii adda addaa
Dubbii hojii guyyaa guyyaa salphisuuf
👉 Barnoota kana hordofuun, jechoota Arabaa daa’ima tiksuuf itti gargaaraman sirnaan ni baratta, yeroo hundaa fayyadamta.
📽️ Playlist / Series
Kun sagantaa Abdi Academy keessatti dhiyaatu Arabic in Afan Oromo Series keessaa kutaa 7ffaa dha. Kutaa itti aanu hin dhabinaa!
🎯 Namoota Barnoonni Kun Barbaachisuuf:
Namoota Daa'ima kunuunsaniif
Barattoota Afaan Arabaa jalqabuuf fedhii qaban
Hojjattoota manaa jecha hojii bifa sirriin baruu barbaadan
Diaspora biyyoota Arabaa keessa jiraatan
Namoota Afaan Arabaa salphaatti baruu barbaadan hunda
Barsiisotaa fi tajaajiltoota barsiisuu barbaadan
📢Miidiyaalee Hawaasaa Abdi Academy Hordofaa:
📺 YouTube: Abdi Academy (@AbdiAcademyOfficial)
📲 Telegram Channel: @AbdiAcademyOfficial
👥 Telegram Group: @AbdiiAcademy
📘 Facebook Page: @AbdiAcademyOfficial
🎵 TikTok: @AbdiAcademyOfficial
📸 Instagram: @AbdiAcademyOfficial
👍 Faayidaa kan argattan yoo taʼe, LIKE gochuu hin irraanfatiinaa!
💬 Yaada keessan nuu kennaa!
🔔 SUBSCRIBE gochuun barnoota biraa akka hin dhabne godhaa!
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: