Carraa Du'uu 98% Jedhe Doktariin/ERGAMAA DARAJJEE BASHAA/LJR TV CHANNEL/ Healing & Testimony
Автор: LJR TV WORLDWIDE
Загружено: 2024-09-19
Просмотров: 501
Join this channel to get access to perks:
/ @ljrtvchannel4956
Waldaa Kristiyaanaa Leenca Yihuudaa Rehooboot Addunyaalessaa---(LJRTV). Toorri Sagantaa Keenyaa DILBATA GUYYAA GUUTUU:- Yeroo Waaqeffannaa, Yeroo Barsiisa Sagalee Waaqayyoo, Yeroo Kadhataa fi Bilisa ba'uu. ROOBII GUYYAA GUUTUU:- Yeroo Waaqeffannaa, Yeroo Lallabaa, Yeroo Kadhataa fi Namoota dhibee Garagaraa Qabaniif Akkasumas Biyya Keenyaaf Guyyaa Itti Kadhatamu Guyyaa Fayyinaati. Tajaajila Mana Keessummaa(Guest house)tiif Lakkoofsa Bilbilaa 0907611111,0909914335.
ERGAMAA DARAJJEE BASHAA.Teessoon Keenya Magalaa Bishooftuu Geet-Sheet Irraa Immaa Guest House Meetira 500 Kessa Ol Seennee Argamna. LEENCA YIHUUDAAF WANTI HUNDUU NII DANDAA'AMA!
Доступные форматы для скачивания:
Скачать видео mp4
-
Информация по загрузке: